Hojjii Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa Gamoo G+4, Magalaa Harar keessatti ijaarsisuuf dorgomtoota ulaagaa guutan wal- Dorgomsilsee hojjachiisuu barbanda.
Description
Beeksisa Caalbaasii
Mana Hojii Mootummaa Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaani Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa[maqaa mana hojii mootummaa bittaa raawwatu galchi] Ijjar- saa Gamoo G+4, Magalaa Harar keessatti ijaarsisuuf dorgomtoota ulaagaa guutan wal- Dorgomsilsee hojjachiisuu barbanda.
1. Waajjirii Inistitiyuutii Pilaani Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Ba- haa, bara Baajataa 2018ti gamoo abbaa darbii Afurii (G+4), magaalaa Harar keessatti turtii bara bajataa wagga lamaa keessatti -hojachiisuu barbaada.
2. Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaani Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa kontiraaktaroota gosa waliigalaa ykn kontiraaktaroota ijaarsaa BC-2 ykn GC-2 fi isaa ol ta'an hunda kan hayyama isaanii bara 2018 EC haaromfame affeeree jira.
3. Sanadoonni caalbaasii iyyannoo barreeffamaa dhiyeessuun fi kaffalii hin deebi- neen Qar 1,000 (kuma tokko) beeksisa guyyaa jalqabaa bahee irra kaase yeroo sa'aatii hojiitti gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti bahee irraa eegalee han- ga guyya dhumaatti Waajjira Mallaaqa Go/H/Bahaa irraa bitamuu ni danda'a. Wiixataa hanga Jimaata yeroo sa'aatii hojitti Dorgomaan qarshii 1,000(Qar. kuma tokko)lakkofsa herregaa bankii siinqee 1050893771218 tii kafaluun waajjira Gaalii Godina H/Bahaa irra naga'ee ittin kaffalan dhiyyessuun bitachu ni-danda'a. Dorgomaan "VAT" fi ragaa galmee TIN, hayyama daldalaa seera qabeessa ta'ee fi ragaa galmee seera qabeessa ministeera konistiraakshinii ykn Abbaa Taayitaa konistiraakshinii Oromiyaa, irra fudhatee galmaa'e jyyata waliin dhiyaachuu qaba.
4. Dorgomtoonni odeeffannoo dabalataa argachuu, sakatta'uu fi sanada caalbaa- sii, Waajjiraa Mallaaqa Go/H/Bahaa irraa argachuu ni danda'u.
5. Caalbaasiin hundi wabii kabachiisa caalbaasii CPO'n Qarshi; 500,000 (Qar- shii kuma dhibbaa shan qofa) guyyaa caalbaasiin banameen booda guyyoota 120f kan hojjetu/kan turru ta'uu qaba, Wabii caalbaasiitiif Qar. 500,000(Kuma dhibba shan) CPO Maqaa Waajjiraa Maallaqaa Go/H/Bahaatiin dhiyaachuu qaba.
6. Caalbaasiin akkaataa hojimaata caalbaasii ifaa labsii bittaa mootummaa Rip- pabiliika Dimookiraatawaa Federaalaa Itoophiyaa keessatti argamuun kan gaggeeffamu yoo ta'u, dorgomtoota ulaagaa guutan hundaaf banaadha kunis (Sadarkaa lama: Sadarkaan jalqabaa madaallii duraa fi teeknikaa dha akkasu- maas sadarkaan lammaffaan. sadarkaa madaallii faayinaansii ta'a).
7. Tuutni sanada caalbaasii afaan Oromiffaan guutuu ta'e dorgomtoota fed- hii qabaniin bitamuu ni danda'a, iyyata barreeffamaa, waraqaa ragaa galmee VAT, Ministeera Ijaarsa ykn Abbaa Taayitaa Ijaarsa Oromiyaa dhiyeessuu ir- ratti ragaa galmee haaromfame, waraqaa ragaa galmee daldalaa haaromfame, hayyama daldalaa haaromfame, Ragaa galmee kaffalaa gibiraa fi gibira Qul- qulleessuun Biiroo Galii Oromiyaa Ykn ERCA irraa keessatti galmaa'uun teessoo armaan gaditti ibsamee fi kaffaltii hin deebine Qar. Itoophiyaa 1,000 (kuma tokko) Herrega baankii armaan olitti ibsametti galchuufi nagahee galiit- tin jijjirsisuun nagahee gara Waajjira Mallaaqa Go/H/ Bahaatii hanga guyyaa hojii 21 fi sa'aatii hojii guyyaa beeksisa jalqabaa gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti bahee irraa eegalee sa'aatii hojiitti Wiixataa hanga Jimaataatti galchuun nidanda'aama.
8. Dhiyeessu'u fi baniinsa caalbaasii
a. Yeroon xumuraa caalbaasii (gahumsa teeknikaa fi dhiyeessii faayinaansii of danda'ee) dhiyaachuun guyyaa hojii 22 sa'aatii biyya keessaan sa'aatii 8:00 ykn sana dura guyyaa jalqaba gaazexaa kallacha Oromiyaa irratti beeksise irraa eegalee ta'a. Guyyaan digdamii -lammaffaan (22) guyyaa hojii yoo hin taane, guyyaa hojii itti aanutti ta'a.
b. Haadhoo fi waraabbii sanadoota gahumsa teeknikaa adda addaan envelope cufame keessatti Haadhoo/Orijinaal fi waraabbii/Copy sanadoota gahumsa teeknikaa’’ jedhamee mallatteeffame Keessatti Kan Kaa,amuu fi envelope la- maan envelope alaa guddaa keessa kaa'amee cufamuu qaba. Enveloppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa caalbaasii irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta'u, "KOREEN" CAALBAASII IRRATTI QOFA BANAMU" jedhamee ifatti kan barreeffamu yoo ta'u, Wabii Caalbaasii qophaatti saamsuun sanada teeknikaa haadhoo/orijinaala waliin ni kaa'ama.
c. Orijinalli fi waraabii/kooppiin sanadoota dhiyeessii faayinaansii addaan baa- famee envelope cufame keessatti kan mallatteeffame "Orijinaal fi Koppii Sanadoota Dhiyeessii Faayinaansii" jedhamee kan mallatteeffame yoo ta'u, envelope lamaan, envelope alaa guddaa keessa kaa'amee cufamuu qaba. En- veloppiin alaa kun teessoo dhiyeessii fi Odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa irratti agarsiifaman kan qabu yoo ta'u, "Bakka Koreen caalbaasii jirutti qofa banama" jedhamee ifatti kan barreeffame ta'uu qaba.
d. Sanadni Lamaanuu Piropozaala Teeknikaa fi Faayinaansii Envelope haadha tokko keessa kan kaa'amu yoo ta'u envelope alaa kun teessoo dhiyaannaa fi Odeeffannoowwan biroo waraqaa ragaa irratti agarsiifaman kan qabuu fi "Bak- ka jirutti qofa banamuu kan qabu ta'uu qaba kan Koree caalbaasii".
e. Chaappaa, mallatteessuu fi mallattoon caalbaasii akkaataa qajeelfama qajeelfa- ma dorgomtootaatiin ibsameen ta'uu qaba.
f. Sanada caalbaasii qopheessuu keessatti dorgomtoonni ragaa caalbaasii sanada caalbaasii keessa jiru qorachuun irraa eegama.
g. Sanadni ulaagaa guutuu guyyaa beeksisa jalqabaa guyyaa Hojii irraa eegalee guyyuma sanatti sa'aatii biyya keessaa sa'aatii 8:30tti guyyaa 22ffaa ni banama. Guyyaan digdamii lammaffaan guyyaa hojii yoo hintaane, guyyaa hojii itti aanu ta'a.
h. Sanadni dhiyeessii faayinaansii cufamee kan turuu fi saanduqa kanaaf qophaa'e keessatti bakka odiitarri ykn qaamni maamilchi hayyamame kamiyyuu jirutti, hanga dhiyeessiin faayinaansii(S) dorgomtoota gahumsa qaban beeksisa bana-mutti ni qabaata.
i. Koreen maamilaan ramadame bu'uura deebii kennuu isaanii sanada caalbaasii irratti hundaa'uun gahumsa dorgomtootaa ni madaala, ulaagaa madaallii guu- tuu qaba, waraqaa ragaa caalbaasii keessatti ramadame hojiirra oolchuudhaan, Dorgomaan sadarkaa kanatti ni kufa yoo ta'e sanada caalbaasii irratti deebii hin kennu yookiin walsimsiisaa teeknikaa isa xiqqaa sanada caalbaasii irratti himatame galmaan gahuu dhabuu isaati.
j. Dhiyeessiin faayinaansii dorgomtoota ulaagaa Teeknikaa ulaagaa guutan ykn Fitted fi isaa ol ta'an qofatu guyyaa banamuu faayinaansii ni banama. Faay- inaansii baname dorgomtoota ulaagaa guutuu hin qabne (i. e Ulaaga guutuu qabaachuu qaba osoo hin banamin ni deebi'a). Maamilchi guyyaa fi sa'aatii banamuu faayinaansii dorgomtootaaf ni ibsa.
k. Sanada sobaa (sobaa) fi/yookiin sanada gahumsa teeknikaa irratti dhiyeessii faayinaansii agarsiisuuf yaaliin yoo godhame caalbaasichi akka kuffisu ni ta- asisa.
1. Maamilchi "Sanada Gahumsa Teeknikaa" "Sanada Dhiyeessii Faayinaansii" envelops keessatti dogoggoraan kaa'amuu ykn faallaa kanaatiin, kan dorgo- maan diduu fi itti gaafatamummaa hin fudhatu.
9. Hojiirra oolmaan caalbaasichaa guyyaa caalbaasiin baname irraa eegalee guyyoota kaalaandarii 120 ta'a.
10. Ijaarsi hojii guyyaa hojiin jalqabame irraa eegalee hanga guyyoota kaalaanda- rii 300 (Dhibba sadii) ta'een kan xumuramu ta'a fi haalli mijataan yoo jiraate (baajata guutuu qabaachuu) maamilchi guyyaa hojiin xumuramu xiqqeessuu ni danda'a.
11. Kontiraaktaroota hojii harkaa qaban adeemsi hojii fiizikaalaa %70 ol guutuu ta'uu fi ragaan Maamila pirojektootaa irraa walitti qabamuu qaba.
12. Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaani Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa caalbaasii kana gar tokkeen ykn hunda fudhachuu ykn diduudhaaf mirga qaba.
Odeeffannoo dabalataaf:- Lakk. Bilbila:- 0911013384 ykn 0901366731 Manni
Hojjii Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-05-11
- Bid closing time: 14:30
- Bid closing (note): guyyaa 22ffaa sa,aatti 8:00tti
- Bid opening: 2026-05-11 14:30
- Bid opening (note): guyyaa 22ffaa sa,aatti 8:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Hojjii Waajjiraa Inistitiyuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa Wajjiira Damee Bahaa
- Bid bond: Qarshii 500,000.00
- Bid document price: Qarshii 1000.00
- Published: Apr 16, 2026
- Posted at: 2026-04-17T09:56:05.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.