Mana Murtii Ol'aanaa Godina Booranaam Tiraaktara gurgurr barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 1ffaa
Raawwiin himataan Baankii Siinqee Damee Taltalleefi Raawwiin himatamtoonni Waldaa Zoonii Giddibil fi Bulchiinsa Aanaa Taltallee jidduu falmii raawwii jiru ilaalchisee Tiraaktara Qonnaa Lakk.Gabatee isaa Liyu OR 4634 ta'e, Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Taltallee keessatti argamu, gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 1,374,975n gaafa 24/09/2018 sa'aatii 4:30tti caalbaasii ifa ta'een waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Taltalleetti qaamaan argamuudhaan dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Booranaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-01
- Bid closing time: 10:30
- Bid opening: 2026-06-01 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina Booranaa
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T07:37:24.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.