Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa Maashina Wheel Looder gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii
Murtii Abbaa Mirgaa Mana Qopheessaa Bulchiinsa Magaalaa Bishooftuu fi Murtii Abbaa Idaa Dhaabbata mPhaawuloos Ijaarsaa Qaxxaamuraa Waliigalaa Zallaqaa jidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee qabeenya Murtiin Abbaa Idaa Maashina Wheel Looder Moodelli isaa CLG 855,Lakk. Shaansii FT0800597,Lakk. Mootoraa 1508B030339 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 4,500,000n gaafa 10/10/2018 sa'aatii sa'aatii 4:00 iirratti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO Baankii Siinqeetti qabsiisuun waraqaa eenyummaa keessan qabachuun galmaa'uu ni dandeessu. Namoonni dorgommii caalbaasii mo'atan maallaqa hafu guyyaa dhaddachi kennu keessatti xumuranii galchuu qabu. namoonni dorgomicha mo'aman ragaan qabsiisan battalumatti kan deebi'uuf ta'a.Iddoon caalbaasiin itti banamu Mooraa Laandii Fiil ykn Gaara Barruu bakka jedhamutti ta'a.kanaafuu M/A/Mirgaa Obbo Tasfaayee Tufaa karaa bilbila 09 74 50 18 08 fi gama M/A/Idaa Obbo Phaawuloos Zallaqaa karaa bilbilaa 09 12 88 77 88 t a'een qunnamuun iddoo qabeenyi kun itti argamutti dhiyaattanii dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uufi odeeffannoo dabalataaf isaaniitii qunnamuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabbii Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-06-17
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-06-17 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Dhaddacha Dhaabii Bahaa
- Bid bond: 25%
- Published: May 14, 2026
- Posted at: 2026-05-15T07:50:48.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.