East Showa Zone Finance Office Would like to procure Building Renovation and Maintenance Work

Description

Please click on this Link In order to Bid on the Electronic Government Procurement website

“ https://production.egp.gov.et/egp/bids/all/tendering/9a4856c3-e1b3-4284-b851-c13cfddf6bdb/open ”

Invitation to Bid

“ Procurement of Building Renovation and Maintenance Work”

Procurement Reference No: ESZFO-NCB-W-0019-2018-BID-Open
Procurement Category: Works

Market Type: National
Procurement Method: Open

Procurement Classification
Code Title
302000000 Building & Structure
202000000 Building and Facility Construction and Maintenance Services
200000000 Consultancy and service


Lot Information 

  • Object of Procurement: Procurement of Building Renovation and Maintenance Work
  • Description: Pirojektii Suphaa Waajjiraa Baankii Dhiigaa Damee Adaamaa
  • Lot Number: 1
  • Clarification Request Deadline: May 25, 2026, 5:00:00 PM
  • Pre-Bid Conference Schedule: Not Applicable
  • Site Visit Schedule: Not Applicable
  • Bid Submission Deadline: Jun 4, 2026, 11:00:00 AM
  • Bid Opening Schedule: Jun 4, 2026, 11:30:00 AM

Eligibility Requirements

Participation Fee
Eligibility Documents Financial Qualification
Factor Criteria
Galmee Herregaa

Wiirtuu kenniinsa Tajaajilaa iddoo tokkoo yookiin Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeessuu qaba.

Aadaa Qusannoo (saving cultures)

Ragaa gabaasa Baankii irraa/waldaa qusannooirraa yookiin harka qalleeyyii qusachuu hin dandeenye ta'uu isaanii mana maree deggersaa carraa hojii uumuufi ogummaa sadarkaan jirra dhiyaatu bu'uura godhatee ta'a.

Legal Qualification
Factor Criteria
Waraqaa ragaa Qaama seerummaa

Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu

Ragaa VAT yookiin TOT

Ragaa VAT yookiin TOT Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa dhiyeessuu qabu

Bittaa mootummaa irraa kan hin dhorkamne ta’uu

Bittaa mootummaa kamiyyuu irraa kan hin dhorkamne ta’u ragaa websayiitii yookiin Biiroo Maallaqa Oromiyaan ergamu irraa ilaalamu qabu

Ragaa Kaffalaa Gibiraa TIN

Ragaa TIN Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kennameef dhiyeessuu qabu

Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa

Waraqaa Eenyummaa Gandaa Miseensota Waldichaa Hunda kan haaromfame dhiyeessuu qaba.

Waraqaa Ragaa Heyyama Ijaarsaa

Waraqaa Ragaa Heyyama Ijaarsaa Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Godina Shawaa Bahaa irraa kennamee fi bara 2018'f tajaajilu dhiyeessuu qabu.

Hayyama daldalaa seeraqabeessa

Hayyama daldalaa kenname yookiin haroomfame waajjira Daldalaa irraa dhihaate dhiheeffachuu qabu

Gibira kaffaluu isaa waraqaa qulqullinaa

Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii irraa kan kennamu (Interpiraayizii haaraa yoo ta’e haaraa ta’uu isaa yookiin gibira kaffaluuf kan hin qaqqabne ta’uu ragaa dhiyeeffachuu qabu)

Waraqaa ragaa Qaama seerummaa

Waraqaa ragaa Biiroo yookiin Waajjira Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa sadarkaan jiraan irraa kenname yookiin haroomfamee dhiyaate.

Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa

Danbii Ittiin Bulmaataa fi Barreeffama Hundeeffamaa karaa guutuu ta'een kan odeeffannoo mara qabu dhiyeessuu qaba.

Waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license)

Waldaan waraqaa ragaa gahuumsa ogummaa (professional license) miseensota ogeeyyii waldicha hunda Kan haaromsee fi dhiyessuu kan danda’u (kan bara 2018f tajaajilu ta’u qaba). 

Xalayaa Deeggarsaa

Waldaaleen hojii hojjetanii Interpiraayizii Maayikiroo irraa gara Intarpiraayizii Xixxiiqaattii ce’an haala ulaagaaleetiin Sadarkaa Guddinaa isaanitiin beekamtiin itti kennamee, bu’aa odiitii isaa ilaalamee qaama gurmeessee irraa Xalayaa Deggarsaa dhiyeefachuu qabu.

Professional Qualification
Factor Criteria
Waraqaa ragaa sadarkaa guddina isaanii ibsu

Bittaa ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa ijaarsaa ilaalchisee waraqaa raga Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Sadarkaa Sadarkaan jiran irraa dhiyeetu, Bittaawwan biroof immoo ragaa qaama dhimmi ilaalu irraa dhiyaatu

Dandeettii Hojii Raawwachiisummaa

Dhaabbilee BLTO irraa ykn qaama leenjii kennuuf beekamtii qabu irraa waraqaa ragaa dhiyaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta’a/

Ejensii Madaallii Gahumsa Ogummaa Oromiyaa fi Qaamolee beekamtii qaban irraa waraqaa ragaa madaallii gahuumsa ogummaa/COC /sadarkaa barnootaa dhiyaate wajjin wal-simuu fi daangaa yeroo kennameef (Validity Date) irra kan hin dabarre ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

 

Technical Qualification
Factor Criteria
Hirmaannaa dubartootaa fi Dargaggootaa (Participating women and youth)

Ragaa qaama gurmeesse irraa dhihaatu ilaaluun kan mirkanaa’u ta`a.

Karoora hojii qopheeffachuu (Planning to execute the assignment)

Tartiibaa fi tarreeffama manni hojichaa qopheeffate bu’uura godhachuun Karoora Caccabee qophaa`e chaappaa fi mallattoo dura taa’aa yookiin bakka bu’aa Interpraayizichaan kan mirkanaa’e ilaaluun ta’a.

Bid Security Amount: Not Applicable

Bid Security Form For MSE: 

Bid Security From for Foreign Bidders:

Bid Security Form For Local Bidders:

Notice: 

  • Terms and Conditions: Waajjirichi Filannoo biraa yoo argate Caalbaasicha gartokkeen ykn guutumaan guututti haquuf mirga guutuu qaba. HUBACHIISA 1. Sanada Yaada Caalbaasii dorgomiif dhiyaatu hunda irratti mallattoo dura taa’a ykn bakka bu’aa waldaa fi chaappaan waldichaa irra jiraachuu qaba. 2. Dokumeentiin kamiyyuu haqamaa fi laaqamaa yoo qabaate fudhatama hin qabu. 3. Xalayaaleen deeggarsaa Abbaa Pirojeektiif barreeffaman hundi Orijiinaala ta’uu qabu. 4. Dorgomtoonni Baniinsi Caalbaasii osoo hin gahin dura Lakk. Iccitii "Private Key" isaanii Karaa Siistamaa qofaan qooduu "Share" gochuu qabu. 5. Intarpiraayizoota dorgommii irratti hirmaatanii qabxii dorgommii ulaagaa teeknikaa dhibbeentaa Torbaatama (70%) ol fidan keessaa qabxii ol’aanaa kan fide mo’ataa dorgomichaa ta’a. 6. Interpiraayizoonni waliin dorgomanii qabxii wal-qixaa kan argataan yoo ta’e dursa Interpiraayizii qaama miidhamaa of-keessaa qabuuf kan kennamu ta’a. 7. Interpiraayiziin qabxii madaalii teeknikaa walqixaa ta’ee haala wal fakkaataan miseensa qaama miidhamaa kan qaban yookiin immoo lamaan isaanii qaama miidhamaa kan hin qabne yoo ta’e, mo’ataan dorgomtichaa carraan kan adda bahu ta’a. Ragaa qaama miidhama Biiroo yookiin Waajjira dhimma hojjataa fi hawaasummaa sadarkaan jiraan irraa mirkanaa’ee dhiyaateen kan ilaalamu ta’a. 8. Interpiraayizootni hundi qabxii madaalii teeknikaa % 70 gadi kan fidan yoo ta’ee caalbaasichi haqamee irraa deebiin caalbaasiin haaraan kan bahu ta’a.

Address: 

  • Procuring Entity: East Showa Zone Finance Office
  • Country: Ethiopia
  • Town: Adama
  • Street: Arround Mebrat Hayl
  • Room Number: G+0 Room 15
  • Telephone: +251222114336
  • Email: eastshewafinance@gmail.com 
  • Po Box: .....
  • Fax: .....

Tender details

  • Deadline: 2026-06-04
  • Bid closing time: 11:00
  • Bid opening: 2026-06-04 11:30
  • Region: Addis Ababa
  • Publishing entity: East Shewa Zone Finance and Economic Development Bureau
  • Published: May 16, 2026
  • Posted at: 2026-05-16T06:52:23.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders