Mana Murtii Aanaa Limmuu Gilidera gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii 

R/himattoota Obbo Fiqaaduu Abdiisaa, Obbo Kabaa Margaa, Obbo Magarsaa Kabbadaafi Obbo Badhaasaa Asaffaafi R/Himatamaa Dhaabbata Sheed Itti Gaafatamummaan isaa Murtaa'eef gidduu falmii jiru ilaalchisee qabeenya abbaa idaa kan ta'e, Gilidera CAT ET,3.2014 tokko ta'e,Moodeelli isaa CAT fi chaansiin LZZ5ELNC4EW867627 ta'e, Aanaa Limmuu Ganda Fixii Baqqoo keessatti argamu,gatii ka'umsa caalbaasii 5,000.000n gaafa 05/10/2018 sa'aatii 2:30 - 11:30tti caalbaasiin gatii olaanaa argametti waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaadan gatii ka'umsa caalbaasii %25 qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aanaa Limmuu

 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-20
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid closing (note): 05/10/2018 sa'aatii 2:30 - 11:30tti
  • Bid opening: 2026-06-20 17:30
  • Bid opening (note): 05/10/2018 sa'aatii 2:30 - 11:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Limmuu
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 11, 2026
  • Posted at: 2026-06-12T08:57:52.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders