Wajjiraa Maallaqaa Magaala Maayaa Becksiisaa Caalbasi Ifaan Nyaata Mana Amalaa Sireeysaaf Daldaltootaa Seeraa Qabeessa Ta,an Dorgoomsiisee Hojachiisuu Barbadaa.

Description

Caalbaasii 

Wajjiraa Maallaqaa Magaala Maayaa Becksiisaa Caalbasi Ifaan Nyaata Mana Amalaa Sireeysaaf Daldaltootaa Seeraa Qabeessa Ta,an Dorgoomsiisee Hojachiisuu Barbadaa.

Lakkoofsaa Addaa Bittaa Maya /MASAD/Nyat 11/2018

Wajjirrii Maallaqaa Magaalaa Maya Mana Amalasirreessa Addelleetiif Nyaata Sirreeffamtootaa llaalchisce Calbaasii Haan Wal-Dorgomsüsee Imx Fi Daldalaa Sera Qabeessa Tahan Nyaata Sirreeffamtootaa Akkaata Menuun Dhiyaateen

Wal-Dorgomsiisee Hojjachisuu Barbadaa. Ulaagaaleen Barbaachisuu.

1. Hayyaamaa Daldalaa Mana Nyataa Kan Qabuu Fi Kan Baraa 2018 Harayoomsee Kan Qabuu

2. Gibiraa Bara 2017 Kan Kafale Ta,uu Qaba

3. Daldallaa Ykn IMX Dorgomiif Tarreeffamtoota Taree Daldalaa Keessatti Kan Galma'ee Fi Qamaa Seeruma Kan Qabuu Ta'uu Qaba.

4. Nagahee Seera Qabeesaa Kan Qabuufi Yeroo Mo,ec Qr: 50,000 Kumaa Dhibbaa Qabsiisuu Qaba.

5. Daldalaa Sanadaa Caalbasii Kana Bittuu Galma'a Vat Ta,uu Fi Yoo Kan Vatii Hin Jiree Ta'ee Kan Tot Ta'uu Qaba.

6. Tin Number Qabachuu Qaba

7. Caalbasii Kun Guyya Bahee Irraa Egalee Guyyoota Hojii Kudha 15 Qilleensaa Irra Turuu Gafaa Guyyaa 16 Ffaa Sa'a 4:00 Irratti Cuufamee Sa'aa 4:30 Irraatti Dorgoomaan Ykn Bakaa Bu'aan Dorgomaa Seeraa Qabeessa Ta'ee Jiruu Thi Ifaati Banamuu Qaba

8. Sanadnii Caalbasii Nyata Wajjiraa Maallaqaa Magaala Maayaa Irraa Qarshii Hin Deebinee 500 Kafaluun Daldallan Seeraqabeessa Ta'ee Bittachuu Nidanda,a.

9. Kabachiisaa Caalbasii Cpo 20,000 Bankii Sinqee Ykn Daldaala Ithopia Irraa Fiduu Qaba.

10. Manii Amalaa Sireeysaa Magaala Maayaa Caalbasii Kana Gartokkeen Ykn Gutumaa Guttuttii Haquuf Mirgaa Qaba.

11. Dorgooman Karmiiyuu Ergaa Caalbasii Keessattii Hirmatee Keessa Of Basuuf Yaa Jijjiruun Hin Danda'amuu.

12. Taksii Kiliransii Kan Wajiraa Galil Qabachuu Qaban.

13. Teeysoon Keenyaa Wajjirraa Maallaqaa Magaala Maayaa Kuta Magaaala Awwaday Dandii Harar Geessuu Garaa

Harkaa Bitaattin Gamoo Bulchiinsaa Magaala Maayaa Irraattii Argamana. Odeeffannoo Dabalataaf Lakk, Bilbillaa 0904548307 ykn 0932171370

Wajjiraa Maallaqaa Magaalaa Maayaa


Tender details

  • Deadline: 2026-06-29
  • Bid closing time: 10:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-06-29 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Magaalaa Maayaa
  • Bid bond: Qarshii 20,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published: Jun 11, 2026
  • Posted at: 2026-06-12T09:15:05.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders