M/M/Aanaa Limmuu Gireedarii fii UD Nissan fii Gireedarii gurguruu barbadaa

Description

Caalbaasii Marsaa 2ffaa

Himatoota 1 Fiqaaduu Abdiisaa 2aa Kabaa Margaa 3ffaa Magarsaa Kabbadaa 4ffaa Badhaasaa Assaffaa fi Raawwii himatamaa Dhabbataa Sheed itti gaafatamummaan isaa murta'ee gidduu falmii raawwii jiru ilaalchiisee falmii bitaa fi mirga ilaalchiise qabeenyaa dhimmaa raawwii kanaafargamee kan abbaa Idaa Kan Naannoo Oromiyaa G/W/Bahaa Aanaa Limmuu Ganda Fixii Baqqoo keessaatti argamu qabeenyummaan isaa kan dhabbataa Sheed itti gaafatamummaan isaa murta'ee Gireedarii 2/lamaa/f UD Nissan tokko yommuu ta'uu caalbaasiin kun gaafa 18/10/2018tti sa'aatii 3:00 irraa hanga 6:00tti sirin caalbaasii kan gaggeeffamu ta'a.

Qabeenycha irratti hanga beeksifni kun bahetti Wabummaandhaan kan hin jire ta'uusa.

Tilmaamni ka'uumsa gurgurtaa qabeenyoota.

1ffaa Gireedarii ka'uumsi caalbaasii isaa 2,500,000/miliyoona lamaa fi kuma dhibbaa shan/

2ffa UD Nissan ka'uumsi caalbaasii isaa 2,000,000/miliyoona lama/

3ffaa Gireedarii ka'uumsi caalbaasii isaa 1,500,000/miliyoona tokko fi kuma dhibbaa shan/

1ffaa Qabeenychi caalbaasiin gurguramu Gireedarii CAT ET,3.20494 Moodela isaa CAT fi chansii isaa LZZ5ELNC4EW867627

2ffaa UD Nissan lakk gabaatee 20494 fi Chaansii isaa CWB 450 H50/03464

3ffaa Moodeli isaa Gireedarii CAT lakk.gabaate isaa fi iddoon chaansii gubatee kan jirudha kanaaf ibsuuf kan rakkiseedha.

Qabiyyee Caalbaasichaa

-Qabeenychi hanga beeksifni kun bahetti Wabummaandhaan kan hin qabmnedha.

-Murtii Abbaa Idaa Murtii abbaa Mirgattiif akka kaffalu manni murtii Aanaa Magaalaa Naqamtee waan murteesseef.

-Battaluma sirin caalbaasii xumurameen mo'ateen kan shallagamu qarshii %25 qabsiisuu qaba.

-Qarshii Cheekii goggaa kan qarshiin irra jiru dhiyaachuu qaba dhimma kanaaf immoo dhabbata baankiicha irraa konfoormeeshiin qarshiin jirachuu ibsu baankiicharra dhiyaachuu qaba. yoo kan qarshiin irra hin jire ta'ee bu'uura seeraa yakkaattin kan gaaffatamtaan ta'uusa beekuu qabdu.

-Namoonni moo'ataan qarshii haafe kan kaffalan ta'e kan mo'aatamaan immoo qarshiin isaan qabsiisaan ajaja mana murtiixtin kan qarshiin isaa deebi'uu ta'uusa.

-Mo'ataan kaffaltii Maallaqaa irraa barbaadamu hunda akka manni murtii ajajetti kaffalee xumuruu qaba.

Qabeenyoon gatii Ol'aanaa argameen kan gurguramu ta'uusa manni murti Aanaa Limmuu ajajeera.M/M/O/G/Wallagga Bahaatti

M/M/Aanaa Limmuu

 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-25
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-25 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Limmuu
  • Published: Jun 18, 2026
  • Posted at: 2026-06-19T08:26:06.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders