Godiinaa Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee bara baajata 2018 bittaa meeshaalee Elektirooniksii ijaarsa MESOB bitee dhiheessuuf caalbaasii ifaadhaan waldorgomsiisee bituu barbaada

Description

Beeksiisa Caalbaasii

Godiinaa Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee bara baajata 2018 bittaa meeshaalee Elektirooniksii ijaarsa MESOB bitee dhiheessuuf caalbaasii ifaadhaan waldorgomsiisee bituu barbaada.

Kanaafuu dorgolomtoonni ulaagaa armaan gadii guuttan dorgomuu nidandeessu.

Ulaagaa dorgomtootaaf barbaachisu

  1. Hayyama bittaa elektirooniksii hayyama haaromele dhiheeffachuu qaba.
  2. Waraqaan ragaa dhiheessummaa: Waraqaa raga dhiheessummaa BMO YKN Ejeensii Bittaa fi Dhabamsisaa Qabeenyaa Federaalaa irraa ragaa haarome kan bara 2018 dhiheeffachuu qaba.
  3. Dorgomaan kamiyyuu ragaa VAT fi TIN No. Abbaa Taayitaa Galiiwwaniirraa raga sartafikeetaa dhiheeffachuu qaba.
  4. Gibira bara 2017 kaffaluusaa waraqaa ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa ykn Fedlleraalaarraa dhiheeffachuu qaba.
  5. Dorgomaan kanan dura meeshaalee Mesob Elektirooniksii dhiheessuu isaa raga dhiheeffachuu qaba.
  6. Meeshaalee dorgomaan dhiheessu sadarkaa qulqullinaa isaa kan eeggate tahuu isaa ergaa mirkanaa'ee booda kan qeebalamu taha.
  7. Kabachiisa caalbaasii CPO Baankiin Mirkanaa'e Qarshii 300,000 (kumaa dhibba sadii Qlqofaa) dhiheeffachuu qaba.
  8. Adabbii bittaa mootummaas: dorgomaan bittaa mootummaa kamiyyuu irraattii kanaan durala kan hin dhorkamnele ykn hin ugurramne ta'uu isaa Ejensii BittaafiDhabamsiisa Qabeenyaa Fedeelraalaa ykn BMO ragaa dhihaatun ykn wabsaayitii kan mirkanaa'u taha.
  9. Sanada caalbaasii Qarshii hindeebine 5000 (Kuma shan qofa) kaffaluun gaafa guyyaa caalbaasiin kun qilleensarra oolee kaasee guyyaa hojii 15 keessatii Waajjira Maallaqaa Bul/lchiinsa Magaalaa Baabbillee adeemsa bittaarraa bitachuu ni dandeessu.
  10. Waajjirichi caalbaasii kana gartokkoonis tahe guutumaan guutuun haquuf mirga guutuu qaba.
  11. Hubachiisa
  12. Kaffaltiin meeshaalee dhihaatuu kun bara bajata 2019 guutumaan guutuutti kan raawwatamu taha.

Odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsaa bilbilaa 025 665 0474 yeroo hojji bilbiluu nii dandeessu.

Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa

Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee


Tender details

  • Deadline: 2026-07-06
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): Guyyaa hojii 15
  • Bid opening: 2026-07-06 17:00
  • Bid opening (note): Guyyaa fi sa'aatiin caalbaasichi itti banamu hanga ammaatti hin ibsamne
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee
  • Bid bond: Qarshii 300,000.00
  • Bid document price: Qarshii 5,000.00
  • Published: Jun 20, 2026
  • Posted at: 2026-06-20T08:30:09.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders