Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchinsaa Magaalaa Baabbillee bara baajataa 2018 bittaa meeshaalee Faarniicharaa ijaarsa MESOB bitee dhiheessuuf caalbaasii ifaadhaan waldorgomsiisee bituu barbaada
Description
Beeksisa Caalbaasli
Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Bulchinsaa Magaalaa Baabbillee bara baajataa 2018 bittaa meeshaalee Faarniicharaa ijaarsa MESOB bitee dhiheessuuf caalbaasii ifaadhaan waldorgomsiisee bituu barbaada. Kanaaf dorgoomtoonni ulaagaa armaangadii guuttan dorgomuu nidandeessu.
Ulaagaa dorgomtootaaf barbaachisu
- Hayyama bittaa Faarniicharaa hayyama haarome dhiheeffachuu qaba.
- Waraqaa ragaa dhiyeessummaa: Waraqaa ragaa dhiyeessummaa BMO ykn Ejeensii Bittaafi Dhabamsiisa Qabeenyaa Federaalaa irraa ragaa haarome kan bara 2018 dhiheeffachuu qaba.
- Dorgomaan kamiyyuu ragaa VAT fi TIN No. Abbaa Taayitaa Galiiwwaniirraa raga sartafikeetaa dhiyeeffachuu qaba.
- Gibira bara 2017 kaffaluusaa waraqaa Ragaa Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa ykn Federaalaarraa dhiyeeffachuu qaba.
- Dorgomaan kanaan duraa meeshaalee Mesob Electronics dhiheessuu isaa raga dhiheeffachuu qaba.
- Meeshaalee dorgomaan dhiheessu sadarkaa qulqullinaa isaa kan eeggate tahuu isaa ergaa mirkanaa'e booda kan qeebalamu taha.
- Kabachiisa caalbaasii CPO baankiin mirkaa'anee Qarshii 100,000 (Kuma dhibba tokko) dhiheeffachuu qaba.
- Adabbii bittaa mootummaa: Dorgomaan bittaa mootummaa kamirrattiyyuu kanaan dura kan hin dhorkamne ykn hin ugguramiin ta'uu isaa Ejeensii Bittaafi Dhabamsiisa Qabeenyaa Federaalaa ykn BMO ragaa dhihaatuun ykn wabsaayitii kan mirkanaa'u taha.
- Sanada caalbaasii qarshii hin deebine 5000 (Kuma shan qofa) kaffaluun gaafa guyyaa caalbaasiin kun qilleensarra oolee kaasee guyyaa hojii 15 keessatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee Adeemsa Bittaa irraa bitachuu ni dandeessu.
- Waajjirri caalbaasii kana gartokkoonis tahe guutumaan guutuutti haquuf mirga guutuu qaba.
Hubachiisa
- Kaffaltiin meeshaalee dhihaatuu kun bara baajataa 2019 guutumaan guutuutti kan raawwatamu taha.
- Odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsa bilbilaa 025 665 0474 yeroo hojii bilbiluu ni dandeessu.
Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa
Magaalaa Baabbillee
Tender details
- Deadline: 2026-07-09
- Bid closing time: 17:00
- Bid closing (note): gaafa guyyaa caalbaasiin kun qilleensarra oolee kaasee guyyaa hojii 15
- Bid opening: 2026-07-09 17:00
- Bid opening (note): Guyyaa fi sa'aatiin caalbaasichi itti banamu hanga ammaatti hin ibsamne.
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbillee
- Bid bond: Qarshii 100,000.00
- Bid document price: Qarshii 5000.00
- Published: Jun 23, 2026
- Posted at: 2026-06-23T10:52:40.000Z
Documents
Categories
Building ConstructionConstruction and Water WorksHouse FurnitureFurniture and FurnishingOffice FurnitureHome Appliance and SuppliesEquipment and AccessoriesElectrical, Electromechanical and ElectronicsComputer and AccessoriesIT and TelecomOffice Machines and AccessoriesOffice Supplies and ServicesEnglish2merkatoGodina Harargee Bahaatti Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa BaabbilleeOromia
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.