Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS Konkolaata gurguruu barbaada

Description

Beeksisa Caal-baasii Marsaa Jalqabaa

Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS Konkolaatan (Baajaajii) Forsii Wabiidhaan qabsiisee liqeesse (kan gabatee armaan gadii keessatti 1147/2011 heyyamini kennameeniin caqafame) haaluma Labsii Lakk akkuma jirutti caalbaasii ifa ta'een gurguruu barbaada.

Tlakk

 

Damee

Dhaabbata

Liqeessaa

Maqaa

Liqeeffataa

 

Magan nama gabeenyicha

qabalisee

Iddoo/Bakka

baajaajiin itti argamu

Lakk.

Gabatee

Gatii ka,umsa caalbaasii

Iddoo caalbaasii

Guyyaa fi sa,aatti caalbaasii

Sa'aatii

 

1

Damee

Adaamaa

 

 

Obbo Fayyisaa Bayyanaa

Burruusaa

 

Liqeeffataa

 

Magaalaa Adaamaa Aanaa irreechaa

Waajjira Maayikiroo Faayinaansii PIIS Damee

Adaamaa.

OR-01-

44615

Qarshii 97,123.25

Magaala Adaamaa Aana irreechaa waajiiraa maayikiroo faayinaansii PIIS Damee Adaamaa

25/09/2018

Ganama sa'aa 4:00 hanga 5:00 tti

 

1. Dorgomtoonni Caalbaasicha gatii ka'umsaa keessaa harka tokko afraffaa(1/4) maallaqa callaa ykn baankitti Maqaa waldaa Aksiyoona Mayikiroofaayinaansii Piis(PEACE microfinance s.c) tiin qabame dhiyeessuun kaffaltii duraa raawachuudhaan caalbaasicha irratti hirmaachuu ni danda'u.

2. Dorgaamaan caalbaasicha injifate(moo'ate)hafaa kanfaltii guutuu gochuun guyyaa Moo'atanii eegalee guyyoota 15 keessatti xumuramuu qaba.yoo guyyoota 15 keesatti kanfaltiin hin raawatamine ta'e injifataan qabeenya sana irratti mirga qabaachuu dhabuun,kanfaltii duraa kafaleme dhaabatichaaf galii ta'a.Namoota hin moo'anneef garuu maallaqni callaa ykn gama baankitiin isaaniif ni deebi'aaf

3. Qabeenyi gurgurtaaf dhiyaate yeroo hojii keesatti ilaalamuu ni danda'a. kana gochuuf Dhaabbata Damee Adaamaa waliin beelamaan ilaaluun ni danda'ama.

4. Liqeeffataan/abbaan qabeenya wabummaan qabsiise guyyaa fi sa'aatii caalbaasii iddoo calbaasichaatti argamuun ilaaluu ni danda'a. Haata'u malee yoo hin argamne bakka inni hin jirrettis caalbaasichi ni adeemsafama.

5. Galmeen Dorgomtoota Caalbaasichaa sa'aatii cufiinsa caalbaasichaa daqiiqaa kudhan(10) dursee ni cufama.

6. Dhaabatichi sababaa gahaa yoo argate caalbaasicha guutumaan guututti ykn gartuudhaan dhaabuuf mirga qaba.

7. Naminni caalbaasii moo'ate qabeenya bituuf gibra mootummaa,kanfaltii dabalataa (VAT) 15% akkasumas kanfaltii galmee maqaa jijjiiruufi Baasiwwan biroo hundaa guututti ni akaffala..

8. Hirmaattoni caalbaasii galchuu barbaadan gatii isaanii erga murteesanii booda sanada isaanii kophaa qabu mata duree hin muul'ifne(Poostaa) keesatti kaa'anii dame dhaabatichaa Adaamaa guyyaa caalbaasiitiin dura dhiyeessuu qabu.Odeefannoo Dabalataa barbaachisuuf lakk. Bilbilaa kana irratti qunnamaa 0930658416 ykn 0913923562

Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS


Tender details

  • Deadline: 2026-08-01
  • Publishing entity: Waldaan Akisiyoona Maayikiroo Faayinaansii PIIS
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jul 16, 2026

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders