Oromia

Waajjirii Maallaqaa Aanaa Qarsaa meeshaalee Furniicheraa fii Gineeretara bituu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Waajjirii Maallaqaa Aanaa Qarsaa Bara Baajataa 2019tti Caalbaasii Ifaa Karaa Gaazeexaa Kaalacha Oromiyaatiin basee irraatii Meeshaalee armaan gadii bituu waan barbaaduuf, Meeshaalee Furniicheraa Gineeretara guddaa Caalbaasii Ifaa Baasee Bituu Waan Barbaadeef Caalbaasiichii kun Gaafaa 16/11/2018 baahee irra dubbisuudhaan Sanada Caalbaasii hin deebine qarshii 1000(kumaa tokkoo) Waajjira Maallaqaa Aanaa Qarsaa Kutaa Bittaatii Sa'aa hojii mootummaatii bitachuu kan dandeessan ta'uu ibsaa.

Daldaltootni Ulaagaalee Armaan gadii guutanii dhiyaattanii bittachuu ni dandessu.-

-Eeyyama Daldalaa kan qabu

-Eeyyamaa Daldalaa Bara 2019 kan haaromsee fi xaalayaa qulqulinaa kafaala gibiraa ibsuu Waajjira Galiiwwaan irraa dhiyeesuu kaan danda'u.

- VAT galmaa'aa ta'uu qofaa osoo hin 50 % ykn 7.5% kan Aanaa ittiin dorgomeef kafaluu danda'u

- TIN qabaachuu fi kabachiisa Caalbaasii (CPO) qarshii 100,000 (Kuma dhibbaa tokkoo) qabsiisuu kan danda'u.

- Sanadichi dorgomaa kamiyyuu haqaa fi laqaa yoo qabatee kufaa ta'a.

- Kabachifni Caal baasii qarshin kan hin fuune ta'u hubaachuu qabu.

- Kabachifni CPO karaa baankilee naanawaa keenyaatiin yoo ta'e haalan filaatamadhaa.

-dorgooman kamu guyyaafatee yoo kan dhufu ta'e sanadichi isaa kufadha

-Dhaabbatni Daldalaa Ulaagaalee armaan olitti eerman guutee argamu ragaa Orijinaalaa fi Koppii waliin ragaa guuttanii gaafa 16/11/2018 irraa hanga 07/12/2018 Sa'aatii 4:00 irratti Cufamee Guyyuma kana sa'aatii 4:30 irratti bakka dorgoomtonnii ykn bakkaa Bu'onnii Seera qabeesa jiranittii ni banama. Waajjirichi haala fooyya'aa kan biraa yoo argate caalbaasii kana haquuf mirgaa guutuu qabaa

Waajjirii Maallaqaa Aanaa Qarsaa


Tender details

  • Deadline: 2026-08-13
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-08-13 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjirii Maallaqaa Aanaa Qarsaa
  • Bid bond: Qarshii 100,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 23, 2026)
  • Posted at: 2026-07-27T09:38:10.000Z
← Back to all tenders