Office Furniture

Godina Qellem Wallagaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee bara baajetaa 2019 keessaa seekteroota Aanichaatiif Daldaltoota Heyyama Seeraa Qaban Irraa Wal DorgomsiiseeCaalbaasii Ifaa dhaan meeshaalee armaan gadii Bituu Barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Godina Qellem Wallagaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee bara baajetaa 2019 keessaa seekteroota Aanichaatiif Daldaltoota Heyyama Seeraa Qaban Irraa Wal DorgomsiiseeCaalbaasii Ifaa dhaan meeshaalee armaan gadii Bituu Barbaada.

  • 1.Meeshaalee Dhumataa biiroo keessaa
  • 2. Uffata Seeraa Hojjettootaa
  • 3. Meeshaalee Elektirooniksii
  • 4. Gommaa Konkolaataa Fi Mootorsaayikilii
  • 5. Meeshaalee Ijaarsaa
  • 6. Meeshaalee leenjii koolleejjii BLTO

Ulaagaalee

1. Heyyama seeraafi lakk.TIN kan qabu.

2.Gibira bara 2018 kan kaffalee fi heyyama bara 2019 kan haareffate.

3. Galmaa'aa VAT kan ta'e.

4. - Meeshaalee armaan olitti ibsaman kana qulqullinaa fi baayinaan hanga waajjira maallaqaa Aanaa Laaloo Qileetti dhiyeessuu kandanda'u

5.Tokkoo tokkoon Sanada caalbaasii qarshii hin deebine qar.400.00(dhibba afur) waajjira Maallaqaa irraa bitachuu kan danada'u.

6. Sanada caalbaasii poostaa dhaan cufee maqaa dhaabbatichaa mallattoo dhaan chaapessee Sanduuqa caalbaasii keessa buusa..

7. Guyyaa galmee 11/01/2019 hanga 28/01/2019 bitatee /ttee dorgomuu kandanda'u.

8. Kan caalbaasiin kun cufamu gaafa 28/01/2019 sa'aatii 11:00 irratti cufama

9. Guyyaa caalbaasiin itti banamu 29/01/2019 ganama keessaa sa'atii 3:00 irratti qaamaan ykn bakka bu'aa seera qabaniin gaggeefama.

10. Dorgomaan dokimentii heyyama orjinaala fi koppii isaa dhiyeessuu kan danda'u.

11. Dorgomaan injifate ykn mo'ate ergaa ajajni bittaa kennamee booda guyyaa 15n keessatti meeshaalee dhiyeessuu kan danda'u.

12. Mo'ataaf kaffaltiin kan raawwatamuuf meeshaa dhiyeessee seekteraa fi ogeessa dhimmi isaa ilaallatuun ergaa mirkanaa'een booda ta'a.

13. Bakka galmee Waajjira maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee kutaa A/Ho. Bittaa lakk9 galmaa'uu qaba.

14. Akaakuu irratti dorgomuun tokkoon tokkoon irraati dorgomeef CPO qarshii 2% Qabsiisuu kan danda'u.

15. Bittaan gatiinisaa 100,000 fi isaa o Ita'eef dhiyeessaan kaffaltii waraqaa raga VAT dhiyeeffachuu kandanda'u.

16, yaabsisuu fi buusuun kan mo'ataa ti.

17. Meeshaan kun kan dhiyaatu yeroo hojii mootummaatti.

Hubachlisa Waajjirrichi filannoo biraa yoo argate gutummaa guutuutti ykn gar tokkeen caal baasicha haquuf mirga guutuu qaba. Odeeffannoo dabalataaf (information) Lakk bilbilaa 09 10 13 40 58 ykn 09 13 48 91 83.

Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee


Tender details

  • Deadline: 2026-10-08
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid opening: 2026-10-09 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Qellem wallaggaatti Waajjirri maallaqaa Aanaa Laaloo Qilee
  • Bid bond: 2% tokkoon tokkoon
  • Bid document price: Qarshii 400.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 24, 2026)
  • Posted at: 2026-09-25T09:52:02.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders