Road and Bridge Construction
Godina harargee Bahaati Waajjiri Maallaqaa Aanaa Jaarsoo Bara baajataa 2019 keessatti ijaarsaa sarara Daandii saphalo-waltahii dheerina 9.2 Km caalbaasii ifaan Dorgomttoota hojjatan dorgoomsiisuu barbaada
Description
Caalbaasii ifaa 004/2019
Godina harargee Bahaati Waajjiri Maallaqaa Aanaa Jaarsoo Bara baajataa 2019 keessatti ijaarsaa sarara Daandii saphalo-waltahii dheerina 9.2 Km caalbaasii ifaan Dorgomttoota hojjatan dorgoomsiisuu barbaada Kanaafuu, dorgomtootni ulaagaa seera qabeessummas armaan gaditti ibsaman kana guutan caalbasichaa irratti dorgomuu danda'uu.
- Hayyama seera qabeessaa fi dhiyeessummaa qabaachuu isaa waraqaa ragaa dhiheeffachuu kan danda'u.
- Gibira Bara 2018 kafalee hayyama bara 2019 haroomsuu,aksumaasa ragaa qulqullina kafaltii gibira seeraa qabeessaa ta'ee fi Dorgomii caalbaasii mootummaa irratti hirmachuu akka danda'uu raga dhiheeffachuu kan danda'u.
- Ragaa taaksii dabaltaa qabeenyaa fi waraqaa ragaa kaffala gibira (tin) dhiyyeessu kan danda'uu.
- Dorgoomaan waraqaa ragaa gahumsa abba taayita ijarsa irra kenname kana dhiyeessu danda'uu
- Dorgoomaan waraqaa ragaa galmee dhiyeesitoota meeshalee fi Tajajila Mootummaa irratti galmeeffamuu isa kana dhiyeessu danda'uu.
- Dorgoomaan muxannoo hojii ijaarsaa walfakkataa waggotan darbaan keessaatti piroojektii ijaarsa walfakkatan milkiin xumuruu isaa waraaqa ragaa raawwii gaarii qabachuu dhiyeessu danda'uu.
- Dorgomaan kamiiyyuu Wabii caal-baasii (Bid security) ragaa baankiitiin kan mirkanaa'e (CPO) Maallaqa callaan Qr.300,000(kuma dhibbaa Sadii) qabsiisuun ragaa isaa dhiyeessun qaba.
- Caalbaasiin Kun erga Gazeexa Addissa zamaan maxxanfamee bahee booda Guyyaa 15'f qilleensa Irra erga ooleen booda gaafa guyyaa 16'ffaa guyyaa sa'aa 4:30 irratti cufamee sa'aa 8:30'tti ni banama. Guyyaan kun ayyaana yookaan guyya hojii yoo kan hintaane ta'e guyyaa itti aanu guyyaa hojii kan banamu ta'a.
- Dorgomaan Sanada yaadaagatii (financial proposal) sanda raga tecknikaaa fi yaadaa gatii dorgomii (financial offer) samsama adda addati saanduqaa caalbaasii keessati yeroo fi guyyaa jedhameti kan dhiheessu danda'u.
- Dorgomaan Sanada gabaasa heregaa (Audited financial statement)waggotan darbanii hayamameef ogessaa (Auditor)n mirkana'ee dhiheessu kan danda'uu.
- Dorgomaan Sanada caal-baasii kana maallaqa hin deebine Qr.3,000 (Kumaa sadii) Kafalee Waajiraa Galii Aanaa jaarsooti galii godhee waajjira Maallaqaa Aanaa jaarsooAdeemsa bi/Bul/Qabeenyaa Aanaa jaarsooti saandaa bitachuu danda'a.
- Dorgomaan meeshaalee fi maashineroota ijarsaa hojii daandiif baarbachiisan kana akka loader.grader,roller, excavator fi dump truck qabachuu ykn waligaltee kira qabachuu dhiheffachuu kan danda'uu.
- Dorgomaan Sanada humna nama ogummaa qabuu injineerota, superavayizaroota fi ogeeyyii maashineroota piroojektii hordofaan gahuumsaa qabachuu isani CV fi Dippilomaa dagaagiin ogummaa isani kan dhiheessu danda'uu.
- Qaamanii caalbaasii kana basee carraa fooyya'uu ykn sababoota seeraa qabeessaa kan tajaan yoo argatee caalbaasii gartokkee ykn guutumaa guututii haquu mirga qaba.
- Dorgomaan kammiyuu oddeffanoo dabalata saandaa waajjira maallaqaa Godiina Harargee Bahaa Aanaa jaarsoo qopha'ee irra hóbachuu ni danda'aa Oddeffanno dabaltaaf lakkofsa bilbila 09 91 44 91 96/ 09 36 82
Godina Harargee Bahaati Waajjira Maallaqaa Aanaa Jaarsoo
Tender details
- Deadline: 2026-10-22
- Bid closing time: 10:30
- Bid closing (note): gaafa guyyaa 16'ffaa guyyaa sa'aa 4:30 irratti
- Bid opening: 2026-10-22 14:30
- Bid opening (note): gaafa guyyaa 16'ffaa guyyaa sa'aa 8:30'tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaati Waajjira Maallaqaa Aanaa Jaarsoo
- Bid bond: Qarshii 300,000.00
- Bid document price: Qarshii 3000.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 07, 2026)
- Posted at: 2026-10-08T09:15:21.000Z
- Source: Qelal Tenders