Water Construction

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Kibba Liixaa Oromiyaatti Waajjira Kantiiba Magaalaa Limmuu Gannat Soolaarii Bishaan oomishuu (Humna Bishaan Lafa Keessa Haarkiisuuf Oolu) Caalbaasii ifaatiin dorgoomsiissee ijaarsisuu barbaada

Description

Beeksiisaa Caalbaasii Ifaa KUTAA TOKKO

Qajeelfama Dorgomtootaa

Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Kibba Liixaa Oromiyaatti Waajjira Kantiiba Magaalaa Limmuu Gannat Soolaarii Bishaan oomishuu (Humna Bishaan Lafa Keessa Haarkiisuuf Oolu) Caalbaasii ifaatiin dorgoomsiissee ijaarsisuu barbaada.

1. Tarreeffamaa dhiheessitoota keessatti galmaa'u isaani ibsu Waraqaa Ragaa dhiheeffachuu qabu.

2, Waraqaa Galmee Galmeessaa Daldalaa

3, Heyyama Hojii Daldalaa Damee Hojii barbaadamuun kan qabu fi Kan haaroomsee.

4, Kaffalaa taaksii dabalata qabeenyaaf VAT galmaa'uu isaa kan mirkaneessu ragaa dhiyeessuu danda'u.

5, Lakkoofsa Kaffalaa Gibiira (TIN) Dhiheessuu kan danda'u.

6, Kabachiisa caalbaasii Qarshiii 50,000 Ajaja kaffaltii baankiin beekamaan mirkanaa'e (CPO) qabsiisuu Danda'u.

7, Dorgoomaan Maqaa Dhaabbata isaatiin Nagahee Galii QR Maxxansifatee kan qabu.

8, Dorgomaan gocha malaammaltummaa fi qisaasa irraa billisa ta'u,seroota fedeeraala fi Naannoo kan kabajuu fi sanada yaada dorgommii fi sanada caalbaasii waliin uunka jiru irratti waadaa seenuun mallateessu danda'u.

9, Dorgoomtootni caalbaasii gufachiisuuf yaalan Caalbaasii alaa akka ta'aan, gara fuula duraattis bittaa mootummaa irratti akka hin hirmaannee fi kabachiisa caalbaasii qabsiisan kan dhaalamuu ta'u isaa

10, Sanadni yaada dorgommii dorgomtootaan dhiyaatu gosa meeshichaa, maqaa oomisheessaa, biyya itti oomishame, lakkoofsa moodeelaa,bara itti oomishame, fi gatii qeenxee facaatii agarsiisuu qabaachuu qaba.

11, Dorgomtootni caalbaasichi ergaa banamee booda yaada dorgommii caalbaasii dhiyeessan irratti jijjiirama ykn fooyya'iinsa gochuu ykn caalbaasii keessaa bahuu hin danda'an.

12, Dorgoomtootni Sanada yaada dorgoommi dhiheessan irratti Teessoo isaani ibsu, Maqaa Dhaabbata, Teessoo, Bilbiila,Mallattoo fi Chaappaa itti dhahaani dhiheessu qabu.

13, Xalayaa Qulqullummaa Gibiira Bara 2018 kaffaluu isaani ibsu dhiheeffachu kan danda'u.

14, Yeroo Sanada Caalbaasii (Gatiin Caalbaasii) raga'ee itti turu Guyyoota 60 qofa.

15, Sanadoota Caalbaasi Teeknikaal Orjinaalaa fi Financial Orginala qoba qobaattii Samiin Postaan Samsamee akkasuumas waraabbii Teeknikaal fi Financial qoba qobaatti Saamsuun Postaalee Kanneen hunda irratti Orjinaalaa fi Warraabbii jedhamee barreessun Postaa Haadhoo tokkotti Samiin Saamsuun qaama angoo qabuun mallattaa'ee fi chaappaa Dhaabbatichaa rukutuun dhihaachu qaba. Kabachiisni Caalbaasii CPO'n Qobaatti Saamsuun Haadhoo keessatti ka'aamu qaba.

16, Manni hojii mootummaa bittaa raawwate dorgomaa moo'ataa ta'ee filatame waliin waligaltee osoo hin mallatteesiin dura gatii ittiin mo'ate osoo hin jijjiiriin baayyina dhiyeessi ajaja itti kennuu irraa % 20 hirrisuu ykn dabaluu ni danda'a.

17, Sanada Caalbaasii Qophaa'ee Qarshii hin deebinee 2000 (Kuma lamaa Qofa) Waajjira A/T/Galiiwwan Magaalichaatti kaffaluun, Nagahee ittiin kaffalttan qabaachuun Waajjira Maallaqa Magaalichaa Kutaa Bittaa Lakk sanada kanaa bitachuu dandeessu.

18, Sanada Caalbaasii Guyyaa beeksifni Gaazeexaa irrattii bahee irraa eegalee Guyyoota Hojii Walittii Aanaan 15 (Kudha Shan)tif qilleensa irra turaa.

19, Sanadni Caalbaasii Guyyaa 16ffaatti Sa'a 4:00 irratti Cuufamuudhaan Guyyuuma Sanaa Sa'aati 4:30 irratti Dorgoomaan ykn Bakka bu'aan bakka jiruttii banamaa. Yoo hin argamnees adeemsa Baniinsaa Caalbaasii kan itti fuufu ta'a. Guyaan Kun Guyyaa Hojii yoo hin taanee Guyyaa Hojii kan ittiaanuutti kan banamuu ta'a.

20, Saanduuqni caalbaasichaa W/ra Maallaqaa B/M/L/Gannatitti argamaa. Eerga caalbaasiin cufamee booda sanadni yadaa dorgomii caalbaasii dhiyaatu kamtinuu fudhatama hin qabu.

21, Qaamni bittaa raawwatu filannoo biraa yoo argate caalbaasiicha guutummaan ykn gar tokkeen haquu dhaaf mirga qaba.

Odeffannoo Dabalataatiif:-

Lakkoofsa Bilbiila 0925 341 257 / 0917 829 078 / 0953 960 2

Godina Jimmaattii W/ra Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Limuu Gannat


Tender details

  • Deadline: 2026-11-11
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaatti Sa'aati 4:00
  • Bid opening: 2026-11-11 10:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaatti Sa'aati 4:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Jimmaatti W/ra Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Limmuu Gannat
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 2,000.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 24, 2026)
  • Posted at: 2026-10-24T10:19:23.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders