Water Well Drilling

Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Go/Sh/Kaabaatti Waajjira Mallaqaa Aanaa Waacaalee Piroojeektii Waajjira Bishaan Albuuda fi Inarjii Aanaa Waacaalee Ganda Usmaanii keessatti Qotiinsa Boolla gadi fagoo Tulluu garbichoo hojjachisuuf dorgomaa ulaagaa guutuu danda'

Description

Beeksisa Caalbaasiilfaa

Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Go/Sh/Kaabaatti Waajjira Mallaqaa Aanaa Waacaalee Piroojeektii Waajjira Bishaan Albuuda fi Inarjii Aanaa Waacaalee Ganda Usmaanii keessatti Qotiinsa Boolla gadi fagoo Tulluu garbichoo hojjachisuuf dorgomaa ulaagaa guutuu danda'aani Kontiraaktaroota heyyama hojii ijaarsa WWC-6, Drilling 6- fi isaa ol gosa hojii kanaan walfakkatu caalbaasii ifaatiin wal-dorgomsiisee hojjisiisuu barbaana.

UlagaaleeDorgommii

1. Heyyama hojii ijaarsa WWC-6, Drilling 6- fi isaa ol gosa hojii kanaan wal fakkatu kan qaban.

2. Heyyama daldalaa fi gahumsa kan bara 2019 kan hoorfamee

3.Gibira mootummaa kan bara 2019 kafaluu isaa raga dhiyeeffachu qabu.

4. Dorgomtoonii galama'aa VAT qabachuu isaan raga dhiyyeefachuu qabu

5. Guyyaa beeksifni gaazexaa kallacha Oromiyaatiin qilleensa olee eegalee sanda caalbasiicha guutuu qarshii hin deebine 2000(kuma lama)kafaluun waajjira maallaqa Aanaa waacaalee kutaa bittaa lakk.8 irraa fudhachuu dandeessu

6. Dorgomtootni sanada yaada dorgommii caalbasii a) poostaa kabachiisa caalbaasii (CPO), sanada orjinaala teekinikaa fi sanada orjinaala gatii(faayinaansii) jechuun poostaa adda addaa sadiin poostaa tokko keessatti, b) Sanada koppii teekinikaa 1 ffaa fi 2ffaa, sanada koppii faayinaansii 1 ffaa fi 2ffaa jechuun poostawwan afuriin kophaa kophaatti samsuun poostaa tokko keessa galchuun dhumarratti poostawwan a fi b poostaa hadhoo tokko keessa galchanii dhiyeessuu qabu.

7. Dorgomtootni sanadni caalbaasii guyya beeksifni gaazexaa Kallacha Oromiyaarratti bahe eegale sa'atti hojii mootummaatti guyyoota hojii walitti aanan 21(Digdamii tokko)qilleessarra tura.

8. Dorgman gatii dorgomaan birraa dhiyyeessa irratti hundaa'uun gatii kennuun hin danda'amuu

9. Dorgomaan kamiyyuu ragaalee hin haqamnee fi dogongorsiisuu hin dandeenye dhiyeeffachuu qaba. Ragaan sobaatinii fi wantoota ifa hin taanen dogongorsuu yaaluun guutumaan guututti dorgomiidhan ala nama taasisa.

10. Waajjirichi haala mijataa fi filannoo adda ta'e yoo argate osoo moo'ataan adda hin bahin dura caalbaasicha guutumaan guututti ykn gar tokkeedhan haquuf mirga guutuu qaba. Odeeffannoo Dabalaataatiif Lakk. Bilbilaa +011 134 0657

Waajjira Mallaqaa Aanaa Waacaalee


Tender details

  • Deadline: 2026-11-30
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): guyyoota hojii walitti aanan 21(Digdamii tokko)
  • Bid opening: 2026-11-30 12:00
  • Bid opening (note): Guyyaa fii Sa,aattii isaa inbsamnii
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Mallaqaa Aanaa Waacaalee
  • Bid document price: Qarshii 2000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 05, 2026)
  • Posted at: 2026-11-06T07:35:46.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders