Office Furniture
Godina Oromiyaa Kibbaatti Manni murtii Aanaa Girjaa Bara Bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee meeshaalee dhaabbii, caal-baasii ifaatiin Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, bit
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii
Godina Oromiyaa Kibbaatti Manni murtii Aanaa Girjaa Bara Bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee meeshaalee dhaabbii, caal-baasii ifaatiin Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, bittaa uffata seera, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa Kanafuu biiroo keessaa bituu barbaada. Caal-baasii irraattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu'urumaa kana gadittii ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeetu.
1. Dorgomtootni Kallattii hojii daldalaa bara isaanittiin heeyyamaa daldalaa haromsan isaan seera qabeessa ta'ee gibiraa gibiraa bara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma'an fi fi galma'a Faayinaansii fi ragaa Lakkofsa TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisaan dhiyyeesuu qabu.
2. Dorgomtoonni dhiyaatan Galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galma'uu isaanitiif raga fotookooppii dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.
3. Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin ba'ee irraa egalee guyyoota hojii 15 keessaatti yeroo hundaa sa'ati hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkon tokkon isaaf mallaqaa hin deebine qarshii 50(shantamaa) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Girjaa lakk. 11 ittii dhiyaachuun sanadaa bitachuu ni danda'u.
4. Dorgomaan kaamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan oluu gatii tilmaamaa bittaa wal gala irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa'e sanadaa Orjinaalaa caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.
5. Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Meeshaalee Barreefamaa, qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.
6. Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, Maxxansaalee, bittaa uffata seera, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa
7. Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa.
8. Meeshaalee armaan Poosta olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Saamsaameen Orginaalaaf kooppii addaa baasuun guyyaa beeksisni bayee qilleensarra oolee kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aati 2:30 hanga sa'ati 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaf qaphaa'e keessaa galchuu qabu,
9. Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanada Caalbaasichaa guyyaa 25/03/2018 sa'aatii 8:00 irratti dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka argamanitti Mana Murtii Aanaa Girjaa keessaatti ni banama.
10. Mo'ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo'ate hunda hanga guyyaa 10/04/2019 Mana Murtii Aanaa Girjaa dhiyeessuu qaba.
11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin.
12. Manni hojii Filannoo fooyya'e yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha. Odeeffannoo dabalataaf, Lakk. Bilbilaa Lakk. Mobayiiil 09 08 22 06 36, 09 16 32 67 99 ykn 09 55 28 48 28
Mana Murtii Aanaa Girjaa.
Tender details
- Deadline: 2026-12-05
- Bid closing time: 17:30
- Bid closing (note): guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aati 2:30 hanga sa'ati 11:30
- Bid opening: 2026-12-05 17:30
- Bid opening (note): guyyaa 25/03/2018 sa'aatii 8:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Girjaa
- Bid bond: 2%
- Bid document price: Qarshii 50.00 tokkon tokkon
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Nov 19, 2026)
- Posted at: 2026-11-20T08:11:56.000Z
- Source: Qelal Tenders