Audio-visual, photography and graphic design

Mana Murtii Aaanaa Warra Jaarsoo farra aramaa gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

Himataan Abbaa Alangaa Aanaa Warra Jaarsoofi himatamaa Taazzab Yiglax Bayyanaa gidduu falmii yakka farra aramaa fi ilbisoota seeraan ala geejjibsiisuu jiru ilaalchisee qoricha farra aramaa Tricel/Chloropyrifos 48% EC 500ml ta'e,gatiin liitira tokkoo qarshii 1,200 baasu fi kan liitira 300x 1200 qarshii 360,000 baasu akkasumas qoricha farra aramaa Ethiodemethrin 2.5% EC Gatii liitira 1(tokko) qarshii 350 kan ta'e 320x350= qarshii 112,000tiin gaafa 22/08/2018 sa'aatii 8:00 - 10:00tti caalbaasii ifa ta'een gatii olaanaa argameen waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 batalumatti qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Aaanaa Warra Jaarsoo

 


Tender details

  • Deadline: 2026-04-30
  • Bid closing time: 16:00
  • Bid opening: 2026-04-30 16:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Aaanaa Warra Jaarsoo
  • Bid bond: 25%
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Apr 16, 2026)
  • Posted at: 2026-04-17T08:52:44.000Z
← Back to all tenders