Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa dhakaa daakamaa (xaxarii) meetir kuubiin tokko gurguruu barbadaa

Description

Beekisa Caalbaasii

R/Himataan Dasii Dibaabaafi R/himatamtoota Dhaabbata Maarkaan Tireedingi Waldaa Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan isaa Murtaa'e jidduu falmii raawwachiisaa jiru ilaalchisee Qabeenya Raawwiin himatamaa dhakaa daakamaa (xaxarii) meetir kuubiin tokko gatii caalbaasii qarshii 3562.50n gaafa 22/09/2018 sa'aatii 3:00-6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo dhakaan daakamaan argamu Aanaa Lumee Bulchiinsa Ganda Kurmaa Faatoleetti argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-05-30
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-05-30 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 14, 2026
  • Posted at: 2026-05-15T08:06:25.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders