Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa aksiyoona gurguruu barbadaa

Description

Beeksisa Caalbaasii

M/A/Mirgaa Baankii Daldala Itoophiyaafi M/A/idaa Hawwanii Ashannaafii faa N-2 jidduu falmii jiru ilaalchisee aksiyoona waldaa dhuunfaa mana barumsaa awash sadarkaa tokkoffaafi 2ffaa itti gaafatamummaan isaa murtaa'e 3808 ta'eefi gatiin aksiyoona tokkoo 1,000 keessaa gaheen aksiyoonaa M/A/Idaa walitti aksiyoona 3,758 gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 3,7558,000n gaafa guyyaa 15/10/2018 sa'aatii 3:00- 6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa

 


Tender details

  • Deadline: 2026-06-22
  • Bid closing time: 12:30
  • Bid opening: 2026-06-22 12:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: May 28, 2026
  • Posted at: 2026-05-29T07:49:14.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders