Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa dhakaa daakamaa (xaxarii) meetir kuubiin tokko gurguruu barbadaa

Description

Beekisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa

M/A/Mirgaa Aadde Dasii Dibaabaafi M/A/Idaa Dhaabbata Maarkaan Tireedingi Waldaa Dhuunfaa Itti Gaafatamummaan isaa Murtaa'e jidduu falmii raawwachiisaa jiru ilaalchisee Qabeenya Raawwiin himatamaa dhakaa daakamaa (xaxarii) meetir kuubiin tokko gatii caalbaasii qarshii 3562.50n gaafa 13/10/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasiin waan gurguramuuf namoonni caalbaasii kanarratti dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun iddoo dhakaan daakamaan argamu Aanaa Lumee Bulchiinsa Ganda Kurmaa Faatoleetti argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.

Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa


Tender details

  • Deadline: 2026-06-20
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid opening: 2026-06-20 12:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
  • Bid bond: 25%
  • Published: Jun 11, 2026
  • Posted at: 2026-06-12T08:34:14.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders