Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa baabura midhaan daakuu sadii, maashina midhaan filu tokko,manneen kuusaa kan of keessaa qabu hunda isaa haammate Magaalaa Maqii Ganda Boolee keessatti maqaa Tsadaalaamaariyaam G/Madiiniin galmaa'ee ballina M² 1,39
Description
Beeksisa caalbaasii
M/A/Mirgaa Aadde Mulunash Salbaanaa faa N-6 fi M/A/ Idootaa Aadde Danbal Simaa faa N-118 jidduu falmii raawwachiisaa murtii jiru ilaalchisee baabura midhaan daakuu sadii, maashina midhaan filu tokko,manneen kuusaa kan of keessaa qabu hunda isaa haammate Magaalaa Maqii Ganda Boolee keessatti maqaa Tsadaalaamaariyaam G/Madiiniin galmaa'ee ballina M² 1,392,30 irratti argamu, lakk.kaartaasaa 975/82 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 2,329,945.6n gaafa 01/11/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasiin ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO orjinaala maqaa Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaatiin hojjachisiiftanii guyyaa,sa'aatiifi iddoo jedhametti waraqaa eenyummaa keessan ibsu qabattanii argamuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Godina Shawaa Bahaa
Tender details
- Deadline: 2026-07-08
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-07-08 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Godina shawaa bahaa
- Bid bond: 25%
- Published: Jun 11, 2026
- Posted at: 2026-06-12T08:40:36.000Z
Documents
Categories
Source
2merkato
Always verify against the original notice before bidding.