Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Lixaatti Meeshaalee Elektirooniksii, FI Farniicharii Wirtuu Tajaajila idoo Tokkootiif/MESOB tiif Dorgomsiisée Bituu barbadaa.

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Lakk.016/2018

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Lixaatti Wajjiria Maallaqaa Bul/Magaala Hirnaa Bara Bajata 2018 Calbaasii Ifaadhaan Meeshaalee Elektirooniksii, FI Farniicharii Wirtuu Tajaajila idoo Tokkootiif/MESOB tiif Dorgomsiisée Bituu waan Barbaaduuf Guyyaa Beeksisni Calbaasii Gaazeexaa irratti Maxxanfamee irraa Eegalee Qarshii hindeebine Qar, 1000 (Kuma tokko) Waajjira Galii Bu/Mag/Himaatti  kafaluudhaan Waajjira Maalaqaa Bul/Mag/Himaa ktutaa Bittaa tii Sa'aatii Hojii Mootummaatti Nagahee keessan qabattanii Sanada Calbaasii bitachuu kan dandeessan ta'uu ibsina.

Ulaagaalee Dorgomtoonni Guutuu qaban :-

-Gibira Bara Hojii Kan kafaltanii fi Damee Daldala Hojii irratti Bobbaataniin Hayyama Daldalaa Haaroome kan qabdanii fi Ragaa Fotokoppii qabatamaa dhaleessuu kan dandeessan.

-Galmaa'aa Taaksii Dabala Qabeenyaa (VAT) kan taatanii fi Sartifikeetii Fotokoppii dhaleessuun 7.5 % VAT iddoo itti dorgomtaniif kafaluu kan dandeessan.

-Tarree Dhaleessitootaa Keessatti kan Galmooftanii fi Ragaa Galmee dhaleessummaa Ministeera Maallaqaa ykn Caasaalee sadarkaan jirani irraa dhaleefachuu kan dandeessan

-Dorgomtoonni Baayina Gatii Waligalaa Meeshaalee ittin dorgoman ykn irratti Kabachiisa Calbaasii Cheekii Baankiin mirkanaa'ee Maallaqaa Callaa ykn CPO Qar.50,000 (kuma Shantama) Herrega Baankii Waajjirichaatt Galii taasisuun Nagahee Galii Nagahee kana Sanada Calbaasii Poostaan Samsamee Faana dhiyaachuu qaba Ragaa Kafalaa Gibiraa Ibsu Xalayaa Ragaa dhaleefachuu qaba. Dorgomtoonni Sanada Calbaasii Tokko Tokkoon ittiin dorgomtan Sanada Calbaasii irratti qofa Guutuudhaan Orjinaalaa fi Koppii Isaa addaa addaatti Poostaa Samiin Samsitanii dhaleessuu qabdu.

-Calbasiin kun Guyyaa Beeksisni kun bahee eegalee kan Lakkaa'amu Hanga Guyyaa Hojii 15 tii sa'aatii Hojii kan Gurguramu ta'ee Hanga Gaafa Guyyaa Hojii 16ffaa waare Dura sa'aatii 4:00 irratti Waajjira Maallaqaa kutaa bittaatti Sanduuqa Calbaasii kanaaf qophaa'ee keessattin Galchuun kan Cufamu yoo ta'u.

-Calbaasiin Kan Banamu Guyyaa 16ffaa Waaree booda Sa'aa 8"00tti Dorgomtooni ykn B/Bu'ooni seeraatii fi Qaamni Hirmaatuun Barbaachisu Hundi bakka Argamnitti nibanama.

-Dhaabanni ykn B/B Calbaasii Galche yoo Argamuu baatees Poostaan isaanii kan banamu ta'uun beekamaadha.

Hub: Waajjirichi Mala biro ykn Filannoo Biroo yoo argate Calbaasii kana Gatokkeenis ta'ee Guutuus Haquu Mirga Guutuu qaba Odeefannoo Dabalataa Dokmentii Sanada Calbaasii waliin Waan jiruuf wanni addaa Lakk.Bilbilaa yoo jiraate 0915600811

Waajjira Maallaqa Bul/ Magaalaa Hirnaa


Tender details

  • Deadline: 2026-07-06
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-07-06 14:00
  • Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Bul /Magaalaa Hirnaa
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published: Jun 18, 2026
  • Posted at: 2026-06-19T09:14:52.000Z

Categories

Source

2merkato

Always verify against the original notice before bidding.

View original ↗
← Back to all tenders