Shares, securities and other sales
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa aksiyoona gurguruu barbadaa
Shares, securities and other salesShares and Others ForeclosureSales, Disposals and Foreclosure
Oromia
Description
Beeksisa Caalbaasii Marsaa 2ffaa
M/A/Mirgaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa fi M/A/ Idaa Hawwanii Ashannaafii fa'aa N-2 jidduu falmii jiru ilaalchisee aksiyoona waldaa dhuunfaa mana barumsa Awaash sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa itti gaafatamummaan isaa murtaa'e 3,808 ta'eefi gatiin aksiyoona tokkoo qarshii 1000 ta'e,keessaa gaheen aksiyoona M//A/Idaa walitti aksiyoona 3,758 ta'e,gatii ka'umsa caalbaasii qarshii 3,758,000n gaafa 25/11/2018 sa'aatii 3:00 - 6:30tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasiirraa 25% CPO qabsiisuun dorgomtanii bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-01
- Bid closing time: 12:30
- Bid opening: 2026-08-01 12:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Adaamaa
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 02, 2026)
- Posted at: 2026-07-03T06:54:47.000Z