Vehicle purchase
Beeksisa Caalbassii Ifaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Dilloo Bara Bajataa 2019
Description
Beeksisa Caalbassii Ifaa
Lakkoofsa CaalbaasiiWMD-001/2019
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dilloo bara bajataa 2019tti tajaajila waajjiirraalee aanaatiif kan oolan
- meeshaalee dhumeeyyii adda addaa, uffata seeraa,
- meeshaa dhaabbii,
- gommaa konkolaataa,
- meeshaalee jijjiirraa konkolaataafi doqdoqqee,
- meeshaalee elektirooniksii adda addaa,
- faarniicherootaa, motor saayikilii
addaa addaafi nyaata milishaa caalbaasii ifaan dhiyeessitoota waldorgomsiisee bituu waan barbaaduuf dorgomtootni:-
- Eyyama hojii bara 2019 haarome,
- Galmaa'aa taaksii dabalataa qabeenyaa [VAT] ta'an,
- Galmee dhiyeessitootaa keessaatti galmaa'uu isaanii raga dhiyeessuu kan danda'an,
- Waraqaa qulqullinaa gibiraa dhiyeessuu kan danda'an,
- Sanada caalbaasii qarshii hindeebine 500 [Dhibba shanii] kaffaluun naga'ee dhiyeessuu kan danda'u,
- Guyyaa caalbaasiin kun qilleensa irra oolee jalqabee Waajjirra
- Maallaqaa Aanaa Dilloo kutaa bittaa irraa sanada bitachuun nidanda'ama,
- Dorgomaan kamiyyuu kabachiisa caalbaasii qarshii 15000 [Kuma kudha shanii ]bifa CPO tiin qabsiisuu kan danda'u,
- Caalbaasiin guyyaa qilleensa irraa oolee kaasee guyyoota hojii waliitti anaan 15 banaa ta'ee turee guyyoota 16ffaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Dilloo Kutaa Bittaatti sa'aatii 3:30tti galee xumuramee guyyuma sana sa'aatii 4:00tti iddoo dorgomaan ykn bakka bu'aan seeraqabeessi jirutti ni banama,
- Sanadni yaada dorgommii yeroo cufiinsaa saanduqa caalbaasii booda dhufu fudhatama hin qabu.
Waajjirichi filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaasicha gartokkeen ykn guutummaan guutuutti haquuf mirga guutuu qaba.
Odeeffannoo dabalataaf lakkoofsa bilbilaa:- 0930827790/0956172055 bilbilaa
Waajjira Maallaqaa Aanaa Dilloo
Tender details
- Deadline: 2026-08-13
- Bid closing time: 09:30
- Bid closing (note): 16ffaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Dilloo Kutaa Bittaatti sa'aatii 3:30tti
- Bid opening: 2026-08-13 10:00
- Bid opening (note): 16ffaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Dilloo Kutaa Bittaatti sa'aatii 4:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjirri Maallaqaa Aanaa Dilloo
- Bid bond: Qarshii 15,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: BARRIISAA (Jul 26, 2026)
- Posted at: 2026-07-27T08:30:46.000Z