Disposal, scrap and surplus sales
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar Teessoo Teebilii firiijii Tiivii (televizyiinii) gurguruu barbaadaa
Description
Beeksisa caalbaasii
R/Himataa Obbo Mangistuu Abdiisaafi R/himatamtoota 1ffaa Obbo Jifaaraa Guddataa 2ffaa Obbo Haacaaluu Baqqalaa N-2 jidduu falmii raawii jiru ilaalchisee qabeenyaa raawwiin himatamaa 2ffaa kan ta'e,Kutaa Magaalaa Buraayyuu Hoteela Dirree keessatti argamu, 1 ffaa Teessoo baayi'inni isaa 56 tilmaama gatii tokkoo ka'umsi isaa 2500 ta'e, 2ffaa Teebilii 20 gatiin tilmaama tokko ka'umsaa qarshii 1500, 3ffaa firiijii tokko gatiin tilmaama ka'umsaa qarshii 35000, 4ffaa Tiivii (televizyiinii) abbaa inchii 43 tokko gatiin ka'umsaa tilmaama tokko qarshii 1200, 5ffaa saanduuqa biiraa 120 gatiin tilmaama tokkoo 750 ta'e,gaafa 01/12/2018 sa'aatii 3:00 - 6:00tti caalbaasii ifaan waan gurguramuuf namoonni dorgomtanii bitachuu barbaaddan gatii ka'umsa caalbaasii 1/4 CPO qabsiisuun dorgomtani bitachuu kan dandeessan ta'uu manni murtii ajajeera.
Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
Tender details
- Deadline: 2026-08-07
- Bid closing time: 12:00
- Bid opening: 2026-08-07 12:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Ol'aanaa Magaalaa Shaggar
- Bid bond: 25%
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Jul 30, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T07:44:20.000Z