Fresh produce, meat and dairy
Naannoo Oromiyaatti Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Haramaayaa Sad, 2ffaa bara baajataa 2019tti meeshaalee tajaajilaaf oolan kanneen akka meeshaalee baruu fi barsiisuu, qulqullina midhaan dheedhii nyaataaf oolan, mi'essituu, foon sangaa, hanqaaquu d
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Naannoo Oromiyaatti Manni Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa Haramaayaa Sad, 2ffaa bara baajataa 2019tti meeshaalee tajaajilaaf oolan kanneen akka meeshaalee baruu fi barsiisuu, qulqullina midhaan dheedhii nyaataaf oolan, mi'essituu, foon sangaa, hanqaaquu duudaa kan lukkuu biyya keessaa fi kan lukkuu faranjii fi kuduraa fi muduraan caalbaasii ifaan dorgomsiisee bituu barbaada. Kanaafuu, dhaabbileen ulaagaa armaan gaditti ibsaman guuttan dorgomuu ni dandeessu.
1. Tarreeffama dhiyeesitootaa keessatti kan galmaa'e ta'uu ragaa kan qabu.
2. Ragaa dirqama kaffaltii gibiraa qabaachuu fi VAT kan galmaa'e.
3. Gibira baraa kan kaffale.
4. Hayyama daldalaa haarome kan qaban.
5. Sanadni caalbaasii haqaa fi laaqa qabu caalbaasii ala ta'a.
6. Dorgomtoonni sanada caalbaasii guyyaa beeksifni bahe irraa eegalee guyyaa hojii 15 (kudha shan) maallaqa hin deebine qarshii 500 (dhibba shan) kaffaluun MBIBBA Haramaayaa adeemsa bittaa fi bulchinsa qabeenyaa irraa yeroo hojii fudhachuu ni danda'a.
7. Caalbaasichi guyyaa qilleensa irra oolee kaasee guyyaa hojii 15 (kudha shan) booda turee guyyaa hojii 16ffaa irratti ganama sa'aatii 3:30 irratti cufamee dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seera qabeessaa ta'an iddoo argamanitti galma waajjirichaattii sa'aatii 4:00 irratti ni saaqama.
8. Ragaan dhiyaatu sirritti kan samsaame (packed)tahuu qaba.
9. Caalbaasiin eega banamee booda yaada jijjiiruu, fooyyessuu ykn caalbaasii keessaa of baasuun hin danda'amu.
10. Dorgomtootni adeemsa caalbaasii keessatti komii yoo qabaatan bu'aan caalbaasii erga beekamee booda guyyoota hojii shan keessatti komii isaanii barreeffamaan dhiyeeeffachuuf mirga qabu.
11. Dorgomaan caalbaasii moo'ate kabachiisa caalbaasii walii galaarraa 3% qabsiisuu qaba.
12. Dorgomaan caalbaasii moo'e guyyaa 15(kudha shan) keessatti waliigaltee mallatteessuu qaba.
13. Dorgomaan moo'e guyyaa 15(kudha shan )keessatti yoo hin mallatteessine dorgomaa lammaffaa baheef carraan ni kennama.
14. Dorgomaan sanada caalbaasii yeroo galchu CPO qarshii 15000 qabsiisuu qaba.
15. Qaamni beeksisa caalbaasii baase carraa fooyya'aa yoo argate caalbaasicha gartokkee ykn guutumatti haquuf mirga qaba.
16. Ibsa dabalataa sanada bitattan irraa argattu. Hubachiisa: Dorgomaan kamiyyuu kan sanada caalbaasii kana bitee guutu meeshaa quiqullina qabu sadarkaa biyyoollessaan mirkanaa'e qofatu guutuu qaba.
17. Odeeffannoo dabalataatiif lakkoofsa bilbilaa: 09 89 98 93 78 ykn 09 97 04 47 29
Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii
Addaa Haramaayaa Sad. 2ffaa
Tender details
- Deadline: 2026-08-17
- Bid closing time: 09:30
- Bid closing (note): 16ffaa irratti ganama sa'aatii 3:30
- Bid opening: 2026-08-17 10:00
- Bid opening (note): 16ffaa irratti ganama sa'aatii 4:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Barumsaa Ifa Boruu Bultii Addaa sad 2ffaa Haramaayaa
- Bid bond: qarshii 15000
- Bid document price: 500 (dhibba shan)
- Published on: BARRIISAA (Aug 02, 2026)
- Posted at: 2026-08-03T11:04:40.000Z