Fresh produce, meat and dairy
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tiibbeetti bara Barnootaa 2019 Meeshaalee Adadaa tii fii ooluu wal- dorgoomsiisee bituu barbadaa
Description
Beeksiisaa Caalbaasii Marsaa 1ffaa
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tiibbeetti Manni Barumsaa Qaro- Dhabeeyyii Baakkoo Sadarkaa 1 bara Barnootaa 2019 tiif kan oolu Nyaata Barattoota Xaafii Adii Maanyaa, fi Xiraxiree ,Kudduuraa fi Mudduuraa, Foon lafee hin qabnee Baratoota Musiliimaa fi kirstaanaaf kan ooluu Meeshaalee Barnootaa Barattoota Qaroo- Dhabeeyyiitiif kan oolu, Meeshaalee Konkolaataa:, Yuuniform ykn Uffataa dambii Barattoota,akasumaas Kophee Barattoota fi Tisherti Barattootaf Kan Oluu, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaa lee Mi'ootaa Biroo fi Meeshaalee Dhumaa, Mi'oota adda-addaa, Meeshaalee Warshaa fi Mi'aa Meeshaalee Dhumaa Biiroo keessaa Isteesheener Meeshalee Elecitiric Meeshaalee Haaromsaa fi Suphaa darbiwaanii,Afataalee fi erbaalee Mii'eesituu Adda addaa Manni Barumsaa Qaroo- Dhabeeyyii sad.
1ffaa Caal-baasii ifaatiin wal- dorgoomsiisee bituu barbadaa..
Dhimmoota hubatamuu qaban
Guyyaa caalbaasichi Gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti maxanfamee baa'eee irraa eegalee waa'ee ibsoota gosa nyaataa adda addaa gosa meeshaalee barnootaa barattoota qaroo- dhabeeyyii Meeshaalee Konkolataa,Meeshaalee Qulqulinnaa .Uniformii Barattota Sanada ykn harshammee qarshii hin deebine 200(dhibbaa Lamaa) kaffaluun guyyoota hojii hunda Aanaa Baakkoo Tibbee mana barumsaa qaroo dhabeeyyii sad. 1 ffaa kutaa lakk, 2tti argamuun sanada caal-baasichaa bittachuun gatii tokko tokkoo gosoota meeshaalee armaan olitti argamu dhiyeeffachuun dorgomuu ni dandeessu. Kanafuu Qaamoleen Caalbaassii irratii hirmaachuu barbaddan
Dirqama Dorgomtootaa
1. Gibira bara 2018kan kaffaleefi ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u.
2. Baankiin kan mirkanaa'e cheekiidhaan ykn CPOn wabii kabachiisaaf harshammee caal-baasii waliin dhiyeessuu qabu
3 Dorgomtootni sanada dorgommii irratti teessoo, Bilbila,Lakkoofsa poostaa ifatti irratti barreessuu qabu.
1.1. IMXdhaan ykn dhuunfaan yeroo sadii kabachiisa caal-baasii malee dorgomee dhiyeesseera taanaa
3.2 akkaataa qajeelfama lakk. 192/09 kew, lakk,25tiin taa'een CPO qabsiisuun dirgama.
3.3 Mo'ataan caal-baasichaa waliigaltee yeroo mallatteessu kabachiisa waliigalteef 10% qabsiisuu qaba.
3. Dorgomtoota gatiin dorgomaan sanada caal-baasichaa guyyaa beeksifni caal-baasii kun Gaazexaa Kallacha Oromiyaa irratti maxxanfamee bahee eegalee Aanaa Baakkoo Tibbee Mana Barumsaa Qaroo- Dhabeeyyii sad. 1faa kutaa lakk. 2tti argamuun gaafa 30/11/2018 hanga guyyaa 20/12/2018 sa'aatii 11:30tti bitachuu ni dandeessu.
4. Dorgomtoonni kam-iyyuu sanada caal-baasii guutee dhiyeessee meeshaalee dhiyeessuuf dorgomee Mo'ate guutummaanguutuutti walii galtee rawwatee boda baasii isaa hundaa daanda'ee ykn geejjibaa,baasuu fi buusuu basii kammiyyuu of-danda'ee hanga mana kuusaa mooraa mana Barums aa Qaroo-Dhabeeyyii sad. 1aKutaa Manaa Kussaa Meeshaatii gaalii taasisuu fi galchuun qaba
5. Dorgomaan sanada caal-baasii kan ilaallatu waan isaaf hin galle kan isa
6. qunname Qaamaan ykn Lakkoofsa Bilbilan argachuu ni qaba
7. Haata'u malee osoo hin hubatiin hafuufii caal-baasicha gufachiisuuf yaadota adda addaa waan ifa hin ta'iin uumuudhaan kan yaalii godhee argame caal-baasicha irraa ni haqama. kabachiisa caal-baasichaa tiif kan qabsiifame CPO'n isaas ni dhaalama.
8. Dorgommaan sanada Caal-baasichi irratti guutanii Orjinalaa fi Copy poostaa samiin saamsuun dhiyeeffachuu kan dandaa anii fi bittaan eegalee hanga gaafa guyyaa 21/12/2018 sa'aatii 4:00tti saanduqa dhimma kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.
9. Caal-baasichi gaafa guyyaa sana 21/12/2018 sa'aatii 4:00 irratti saamsama.
10. Guyyichuumaa Caal-baasichi gaafa guyyaa 21/12/2018 sa'aatii 4:30 irratti bakka dorgomtoonni ykn bakka bu`oonni seeraa isaanii argamanitti ni banama.garuu guyyichi Sanbataa fi dilibataa irraayoo Olee guyyaa itti aanu wixataa Sa'atii jedhameetii ni banamaa.
11. Dorgomtoonni gatiin dhiyeessan irratti gosa nyaata adda addaa waan qabaniif kana hubachuun gosa nyaata sanada irratti manni barumsaa guuteen adda baasanii dhiyeessuu qabu.
12. Manni barumsichaa filannoo biroo Gatii fooyya'aa yoo argate caal-baasii kana gar-tokkees ta'ee guutummaan guutuutti haquudhaaf mirga guutuu qaba
Odeeffannoo dabalataaf Lakk. poostaa 9 Lakk. Bilbilaa 0911957691, 0913322478, 0917291714 ykn 0920421559 fi Mana Barumsaa Qaroo dhabeeyyii sadarkaa 1ffaa baakkoo tibbee
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tiibbeetti
Tender details
- Deadline: 2026-08-27
- Bid closing time: 10:00
- Bid opening: 2026-08-27 10:30
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Shawaa Lixaa Aanaa Baakkoo Tiibbeetti
- Bid document price: Qarshii 200.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T10:12:44.000Z