Flora and Horticulture
Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya Aanichaa kan ta'e,Baargamoo Zoonii Mana Abbichuu iddoo addaa teeleefi beeka fardaa jedhamee waamamu ballina tilmaama hek.10 ol ta'u, caalbaasiidhaan dorgomsiisee gurguruu barbadaa
Description
Beeksisa Caalbaasii Gurgurtaa Baargamoo
Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu qabeenya Aanichaa kan ta'e,Baargamoo Zoonii Mana Abbichuu iddoo addaa teeleefi beeka fardaa jedhamee waamamu ballina tilmaama hek.10 ol ta'u, caalbaasiidhaan dorgomsiisee gurguruu waan barbaaduuf namoonni ulaagaa argaam gadii guuttan dorgomuu ni dandeessu.
Ulaagaa dorgommii
1. Heeyyama daldalaa kan bara 2018 kan haaroomfate dhiyeeffachuu kan danda'u
2. Kabachiisa caalbaasii qarshii 100,000 qabsiisuu kan danda'u
3. Caalbaasiin gaafa 07/12/2018 sa'aatii 3:00 - 4:00tti Waajjira Aanaa Akkakkotti ni banama
4. Baargamoo kana qaamaan ilaaluu kan barbaadu yoo jiraate guyyaa hojii mootummaa agarsiisuudhaaf hayyamamaadha
5. Aanaan filannoo biraa yoo argate caalbaasicha guutumaam guutuutti ta'ee, gartokkoo haquuf mirga qaba.
Aanaan Akaakoo Mana Abbichuu
Tender details
- Deadline: 2026-08-13
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Guyyaan fi sa'aatiin caalbaasiin itti cufamu hin ibsamne
- Bid opening: 2026-08-13 10:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Akaakoo Mana Abbichuu.
- Bid bond: Qarshii 100,000.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 06, 2026)
- Posted at: 2026-08-10T12:13:07.000Z