Shoes and Other Leather Products
Godina Kibba Lixa Shawaatti Manni Murtii A/Ammayyaa bara baajata 2019 Meesha bituu barbaada.a
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii
Godina Kibba Lixa Shawaatti Manni Murtii A/Ammayyaa bara baajata 2019 caalbaasii marsaa 1 Bittaa Huccuu seeraa, Meeshaalee dhumeeyyii Meeshaa Qulqullinaa, Meeshaa Dhaabbii, Meeshaa Elektironikisii, Gommaa Konkolaataa fi Meeshaa IJaarsaa Caalbaasii ifaa biyya keessaa dorgomsiisee bituu barbaada.
Ulagaa guuttatee dhiyaachuun irra jiru.
1. Eeyyama daldalaa gosa meeshatiin kan qabu.
2. Gibira Mootummaa kan kaffalee fi Eeyyama isaa kan haroom fate.
3. Galmaa'aa VAT fi TAN Kan ta'e ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u.
4. Kabachiisa caalbaasii lootii lootiidhaan qarshi 2,000(kuma lama) baankii beekamaa irraa CPO Sanada caalbaasiitiin wal qabsiisee dhiyeeffachuu kan danda'u.
5. Mayikiroo interpirayizii xixiqqaa yoo ta'e lootii lootiidhaan qarshii 2,000(kuma lama) bakka isaa xalaya seektara gurmeesse irraa Lakk_ EMEL fi FAX teessoo isaa ibsu barreessuun sanada caalbaasiin walqabsiisee dhiyeeffachuu kan danda'u.
6. Dorgomtoonni caalbaasii gosa meeshaa irratti dorgome lootiidhaan bakka tokkotti maallaqa hin deebine qarshi 200(dhibba lama)baankii Siinqee ti kaffaluun beeksisni gaazexaa Kalacha Oromiyaatiin guyyaa maxxanee ba'e irraa eegalee guyyaa hojii mootummaa walitti_aanan guyyaa 15(kudha shan) qilleensa irra kan oolu ta'a. Sanada caalbaasii Mana Murtii/A/Ammayyaa Biiroo Lakk 6 bitachuu dandeessu.
7. Dorgomtoonni Ulaagaa sanadaa otoo hin jijjiiriin Orjinaala fi koppii qopheeffatan sanduuqa kan qophaa'etti gagaadhaan saamsuudhaan gaafa guyyaa 16ffaa ganama hanga sa'aatii 6:30tti galchuu dandessu. Sanadni caalbaasii kan banamu Guyyuma kana guyyaa keessaa sa'atii 7:30tti cufamee guyyuma sana sa'aatii 8:00tti dorgomtootni ykn bakka butoonni bakka jiranitti kan banamu ta'a.
8.Guyyaan kun sanbata ykn Ayyaanarra yoo bu'e guyyaa hojii mootummaa itti aanutti siqa
9. Dorgomtoonni dhabbilee ta'e mayikiroo_intarpiraayizii Kabachiisa dhiyyeessii baay'ina meeshaa mo'ataniitiin 10% baankii beekamaa irraa CPO qabsiisuun dirqama dorgomtootaati.kana hin ta'u taanaan dorgommii keessaa ni haqama.
10. Dorgomtoonni caalbaasii dorgoman meeshaalee irratti dorgoman caalbaasiin otoo hin banamiin dura samuuda meeshaa dhiyeessuun dirqama.
11. Dorgomtoonni meeshaa irratti dorgomanii darban yeroo fi guyyaa jedhame keessatti akka dhiyeessuun CPO kabachiisa dhiyeessi meeshaa yoo qabsiise meeshaa irratti dorgome darbe akka dhiyeessu waan ta'eef guyyaa mi'oota dhiyeesse ni deebi a.yoo dhiyeessuu baate dhaalamee mootummadhaaf galii ta'a
12. Kabachiini dhiyeessii meeshaa irratti dorgomanii moataan baayina mo'ataan baay'ina meeshaatiin 10%baankii beekamaa irraa CPO qabsiisuu yeroo jeedhame keessatti meeshaa irratti mo'e galii akka taasisu waan ta'eef meeshaa erga galchee raawwatee maallaqni qabame kun deebi'uufiin dirqama. guyyaa mo'atan ifatti ba'ee maxxane irraa eegalee waliigalteen mallatta'uun dhiyeesuun dirqama ta's waliigalteen erga mallattaa'ee ji'a 2(lama) waliigaltoota gidduu tura.
13. Dorgomaan meeshaa irratti dorgomee mo'ate waliigaltee mallattesse geejjiba isaatiin dhiyeessuun dirgama. Meeshaa irratti dorgomee mo'ate waliigala erga diyeessee mawwatee yeroodhuma sanatti kaffaltiin ni kaffalamaaf.
14 Waajirichi filannoo biraa yoo argate caalbasicha walakkaa isaa ykn guutuudhaa gutuutti ni haga. Ibsa Dabalataaf Lak bilbilaa 0113150006 ykn 0922734533
Godina Kibba Lixa Shawatti Mana Murtii Aanaa Ammayyaa Gindoo
Tender details
- Deadline: 2026-08-28
- Bid closing time: 14:00
- Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa ganama hanga sa'aatii 7:30tti
- Bid opening: 2026-08-28 14:00
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa ganama hanga sa'aatii 8:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Kibba lixa shawatti Mana Murtii A/Ammayyaa Gindoo
- Bid bond: Qarshii 2,000.00 sanada tokkoo
- Bid document price: Qarshii 200.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
- Posted at: 2026-08-15T08:36:02.000Z