Shoes and Other Leather Products

Kibba Lixaa Shawatti Waajjirri M/W/D/A/Ammayyaa Meesha bittu barbada.

Description

Beeksisaa Caalbasii Bittaa Meeshaa Waajjira Marsaa Iffaa

Kibba Lixaa Shawatti Waajjirri M/W/D/A/Ammayyaa Seektaroota isaa jala jiruf bara bajata 2019 calbasii marsa 1ffaa Bittaa Uccuu Seera,Bittaa Meesha Barreessa,B ittaa Meesha qulqulina,Bittaa Gomma konkolata fi Gomma Motorotaa, Bittaa Meesha Dhabbi, Bittaa Meesha Elekitiroonkis fi Meesha Ijarsa calbasii ifaa biyyaa keessa Wal-dorgomsise bittu barbada.

Ulaagaalee caalbaasii barbaachisu

1. Eeyyama Daldala Gosa meeshatin kan qabu.

2. Gibira Mootumma kan kaffale Eeyyama isaa kan haroomse.

3. VAT fi TIN Lakittin galma'e ragaa kan dhiyyeefatu

4. Lakkoofsa Eenyumessa gibira/TIN/ragaa kan dhiyyeefatu.

5. Lakk. tokko guubbatti kan ibsamee waraqaa Eeyamaa daldala koppi duraa fi dubaa ta'e orjinalaa fi koopii kan dubbifamu ta'uu qaba.

6. Kabachisaa Caalbasii ilaalchisee haala sanada caalbaasii keessa jiruun Baankii beekama irra CPO Sanada Waajjin dhiyyeefachuu kan danda'u

7. Mayikiro interpiraz xixiqaa kabachisaa calbasii lotii lotidhan qarshi 2,000(kuma lama)bakka isaa Wajjira isaa gurmeesse irra xalayaa bakka fi teesso ibsu Lak EMEL fi FAX Irrat galchun nu dhiyyeessu kan danda'u.

8.Caalbaasii gufachiisuuf kan dhiyaatu gara funduratis ta'e calbasii kami irratu akka hin dorgomne ni tasifama.kabachisni calbasii qabsisee mootummadha galii ta'a.(ni dhalama)

9. Dorgoman caalbaasii teessoon isaa ifatti beekkamuu qaba.calbasiin gazeexan kalacha Oromiyaatiin erga maxxanfamee ba'e booda guyyootaa 15(kudha shan)guyyaa hojii mootumma qileensa irra ola.

10. Dorgoman kamiyyu guyyaa 07/12/2018 ganama keessa anga sa'aatii 4:30 qofati sanada bitaate qoopheefatee sanduqa kana qoopha'et galchuu danda'a.guyyuma sana calbasiin kan banamu guyyaa 28/12/2018 guyyaa keessa sa'aatii 7:30 irrat cufame guyyumaa sana sa'aatii 8:00 bakka dorgomtoon ykn bakka butoon jiraanit ni banama.

11. Dorgomtoon meesha ittin dorgoman Samudaa isaa ittoo calbasiin hin banamni dursan wajjiricha dhiyyeessu qaba.inii gubati ibsame akuma jirutti ta'e meesha meesha samuda dhiyyeessu hin dandenye yoo ta'e footoodhan deegarame dhiyyachu danda'a.

12. Akkuma Lakk-9,fi 10 irratti ibsame kan guute hin dhiyyeefane dorgom keessa ni haqama. erga calbasiin baname Yaada jijiru,sanada fooyesu,keessa ofii basun hin dandadhamu.dorgoman calbasii sanada dhiyyeefatu chappa fi mallatto dorgoma irrati ta'u qaba.

13. Sanada dorgoma irra haqaa fi laqaa qabachu hin qabu.Dogogoran yoo haqame mallattoo irra ka'u qaba.Meesha qulqulina isaa egate orjinala dhiyyeessu qabu.

14. Meesha Ispeecifikeeshin wajjir dhiyyeefate gaddi yoo ta'e fudhatama hin qabu.Dorgoma irra kan sanadni Gosa Meesha,Bayina omisha isaa,Lakk Moodela fi Bara Omisha isaa ibsamu qaba.

15. Dorgoman meesha mo'ate kibba lixa shawa A/Ammayyaa Maagalaa Gindooti Geejiba isaatin wajjira dhiyyeessun dirqama.

16. Sanadnii calbasii kan gurguramu Ki/lixa shawa A/Ammayyaa Wajjira M/A/A Biroo Lak3tti bittachu dandeessu.kan bittaan loti lotiidhan qarshi 1,000(kuma tokko) kan hin deebine banki daldala Itoophiyt galchun Naga'e nu dhiyyeesse fudhachu danda'a.

17. Calbasiin erga baname xumurame Ifaat maxxanu ta'a.Mo'ata beeksisuf sanadaa calbasii irrat EMEL fi FAX sanadan waliqabate dhiyyachu qaba.

18. Dorgoman kamu dorgoma biraa irrat hirkate dhiyyachuu hin qabu. sanadni calbasii ifaa yoo ta'u bate gafate ibsaa argachu qaba.

19. Dorgoman erga dorgome mo'achu isaa beeksifame bayina mi'a gatii ittoo hin jijirin mo'ata irra 20% hirisun ni danda'ama.Dorgoman wali- galte dhiyyeessi dhiyyatee mallatteessun dirqama. Ta'u banan calbasii keessa ni haqama.

20. Sandin calbasi kan dhiyyatu gati meesha fi kan ittin geejibsisu dabalateti gagaadhan hapha'e /samsame / sanduqa kana qoopha'et galun dirqama dorgoma calbasiti.

 21. Ulagalee kana keessatti tumame meeshale caqafame dhiyyeessun dirqama ta'u isaa beekkee dorgomit seenu qaba.kana ta'u banan kabachisin calbasii mootummadha gali ta'a.Dorgoman Meesha dhiyyeessu dorgome yeroo sanada guutuu gati ittin guutee qorate itti hin guutin gatin oli nati ka'e jeedhe gafi dhiyyeessu fudhatama kan hin qabne ta'u beeke dorgomit senu qaba.kanan calbasii ni dangesa yoo ta'e kabachisni calbasii dhalame mootumma gali ta'a.

22. Dorgoman tokko meesha irraatti mo'ate wali_gala erga dhiyyeessee Malaqni isaa kaffalamaf.kana ta'u banan meesha irratti dorgome harcasun ni dhiyyeessa tanan kabachisin calbasi ni dhalama.mayikiro_interpirayiz yoo ta'e dhaaban gurmese hordofin itti tasisun kisara seektara san ni kaffalaf.

23. Waajjirri filannoo biraa yooargate walakaisaayknwaliigala haqunidanda'a. Ibsaa dabalataaf Lakk. Bilbila 011 315 0306 ykn 09 97 01 04 84 Kibba Lixas Shawaa

Waajjira Maallaga Aanaa Ammayyaa Gindoo


Tender details

  • Deadline: 2026-09-03
  • Bid closing time: 13:30
  • Bid opening: 2026-09-03 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaga Aanaa Ammayyaa Gindoo
  • Bid bond: Qarshii 2,000.00 sanada tokkoo
  • Bid document price: Qarshii 1,000.00 sanada tokkoo
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T08:54:01.000Z
← Back to all tenders