Shoes and Other Leather Products

Waajirrii MaallaqDhaabbii, Meeshaalee Elektirooniksii, Goommaa Konkolaata fi Uffataa Seera Hojjattoota Bara Baajata 2019'f tajaajilaa Sekteroota sadarkaa Magaala jiraniif barbaachisan dorgomtoota ulaaga guutan dorgomsiisuun bituu barbaadaa Magaala Mooyyal

Description

Beeksisa Caalbaasii

Waajirrii Maallaqa Magaala Mooyyalee Meeshaalee Dhumeeyyii Biiroo Keessaa Meeshaalee Dhaabbii, Meeshaalee Elektirooniksii, Goommaa Konkolaata fi Uffataa Seera Hojjattoota Bara Baajata 2019'f tajaajilaa Sekteroota sadarkaa Magaala jiraniif barbaachisan dorgomtoota ulaaga guutan dorgomsiisuun bituu barbaada, Kanaafuu daldaaltoonni hojii akkanaa irratti bobbaatan haayyamaa daldaalaa Baraa 2019 haaromfamee waraqaa raga galmee dhiyeessummaa fi waraqaa raga galmaa'aa VAT ta'uu keessan agarsiisu kooppii isaa qabachuun guyyaa beeksifni kun bahee irraa eegaltani Waajjira Maallaqaa Magaala Mooyyalee Kutaa Garee Bittaaatti argamuun Sanada Calbaasii Qarshii hin deebine 500 (Dhibba Shan) Akkaawuntii 1053245251219 tti galii taasisuun tokkoo tokkoo sanadatiif kaffaluun hanga guyyaa hojii 15 ffaatti bitachuun dorgomuu ni dandeettu.Caalbaasiin kan cufamu guyyaa hojii 16 faasa'aatii 4:00 irratti yommuu ta'uu kan banamus guyyuma kana sa'aa4:30 irratti. Waajjirichii filannoo fooyya'aa yoo argatee calbaasii gar-tokkeenis ta'ee guutumaan guutuutti haquuf mirga guutuu kan qabu ta'uu isaa ibsina. Odeeffannoo dabalataaf Lakk. Bilbila:0986750145 ykn 0930812436

Waajira Maallaqa Magaala Mooyyalee

 


Tender details

  • Deadline: 2026-08-31
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:00tti
  • Bid opening: 2026-08-31 10:30
  • Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajirrii Maallaqa Magaala Mooyyalee
  • Bid document price: Qarshii 500.00 tokkoon tokkoon
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 13, 2026)
  • Posted at: 2026-08-15T10:03:56.000Z
← Back to all tenders