Shoes and Other Leather Products
Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Aa- naa Annaa Sorraatti Waajjira Maallaqa Aanaa A/A/Sor- raa manneen hojii mootummaa Aanichaa kees- satti Argamaniif bara Baajata 2019tiif wol-Dorgomisiisee bituu ni bar- baada.
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Mee- shaalee Bara 2019
Mootuummaa Naannoo Oromiyaatti Godina Gujii Aa- naa Annaa Sorraatti Waajjira Maallaqa Aanaa A/A/Sor- raa manneen hojii mootummaa Aanichaa kees- satti Argamaniif bara Baajata 2019tiif uffata seeraa, meeshalee dhumoo, korboo konkolaataa, jenereete- roota, Galtee Qonnaa fi meeshalee Qonnaa, mootora cycle, meeshalee eelekitiroonikisaa, meeshalee dhaab- bii, meeshalee KBLTO, meeshalee ijaarsaa, meeshalee Barnootaatiif maxxanisaalee adda addaa caalbaasii ifaatiin Dorgomitoota wol-Dorgomisiisee bituu ni bar- baada. Kanaafu caalbaasii irraatti dorgomittoon hirmaa- chuu barbadan bu'uuruma kana gadiitiin ibsameen dhi- yaatanii dorgomuu ni dandae'u
1. Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittin heeyyamaa daldalaa baraa kanaa kan haromsame seera qabeessa ta'ee gibira Baraa ittin kaffa- lan, Waraaqa ragaa fotoo kooppii isaa sanadaa caal-baasii walin qabsisaan dhiyyeesuu qabu.
2. Dorgomtooni dhiyaatan galma'aa taaksii daba- lataa (VAT) galmaa'uu isaanitiif ragaa footoo kop- pii dhiyyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.
3. Dorgomitoon sanada caalbaasii Guyyaa beeksifn kun Gazeexxaa kallacha oromiyaatiin maxxaf- famee bahe guyyaa hojii wolitti Aanu Guyyaa
15 qilleensa irra oolee guyyaa 16ffaa dorgomaan yokaan bakka bu'aan isaan bakka jiranutti sa'aa 6:30 irratti samisamee guyyuma san sa'aa 7:30 ir- ratti ni banama.
4. dorgomaan kamiiyyu tokko tokkoo caalbaasiitiif 2% Ethiopia keessatti Baankota beekamitii qaba- nu irraa CPO Orjinaala (mallaqa dheedhii)sanada calbaasii wojjiin wol -qabsisce dhiyeessuu qabu.
5. Dorgomitoon sanada caalbaasii qarshii hindeebine qar.500(dhibba shan) kafaluun Waajjira mallaqa A/A/Sorraa kutaa Bittaa lakk.5 irraa bitachuu ni dandeetu
6. Dorgomtootni sanada Caalbaasii waan ittiin dorgo- man vatii itti dabaluudhaan ifatti sanada caalbaasii du irraatti guutuudhaan, maqaa dhaabbatichaafi maal- lattoo, chaanpaan taasisuudhan copiifi orjinaala addaati qopheesudhaan sanada caalbaasii semi- idhaan kan samisame sanduqa qophahe keessa gal- chuu qabu.
7. Dorgomittoon caalbaasii ittiin dorgoman ifatti poositaadhaan addaan baasanii dhiyeesuu qabu Afaan caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan oro- miffaatiin ta'a.
9. mo'ataan cal-baasii meeshaa ittin mo'ate humda hanga mana kuusa qabeenya W/M/A/A/Sorraatti dhiycessuu qabu.
10. Dorgomitoon yeroo dorgomii dhufanu meeshalee ittiin dorgomani humdaa naamunaa fiduu qabu.
11. waajirichi filannoo fooyya'e yoo argate cal baa- sicha Guutumaan Guututti ykn gar tokkee isaa ha- quudhaafi mirig isaa kan eegame dha. Odeeffannoo dabalataa-0911251308 ykn 0916421112 Waajjira
Mallaqa Aanaa Annaa Sorraa.
Tender details
- Deadline: 2026-09-07
- Bid closing time: 12:30
- Bid closing (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 6:30tti
- Bid opening: 2026-09-07 13:00
- Bid opening (note): guyyaa 16ffaa sa,aatti 7:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqa Aanaa Annaa sorraa
- Bid bond: 2%
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
- Posted at: 2026-08-26T09:56:34.000Z