Food and Beverage

Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- boo Goal FIFA bara baajata 2019ttii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Nyaata Bilchaa- ta Leenjitoota

Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Am- boo Goal FIFA bara baajata 2019ttii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa leenjitootaa Jidduu Galeesichaa keessaatti Leenjii'aniif kan oluu Bara baajata kanaaf Jidduu Galeesichaa keessaatti dhiyyesuuf dhabata ykn namoota dandetti qaban akkata labsii bittaa Mootummaa Naan- noo Oromiyaa Lakk.157/2002 fi Qajeelfamaa Bittaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakk.02/2004 irratti hunda udhaan caalbaasii ifaatiin waldorgomsiisee bituu barbaada.

Ibsa Bal'inaan

Caalbaasiin kun guyyaa gaazeexaa kallachaa Oromiyaa irratti maxxanfamee bahe calqabee nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa bitamuuf barbaadaman kan ibsu sana- da caalbaasii qopha'e kan hin deebine qarshii 200 Jid- duu Galeesichaa keessaattii argamuun kutaa lakk.5 galii taasisuun yeroo hunda sa`aatii hojii Mootumaatti Jidduu Galeesichaa keessaattii argamuun kutaa Bittaa, Bul. Fi Faayinaansii lakk.6 dhufuudhaan sanadaa bitachuun ni danda'ama.

Ulaagaalee Caalbaasii Dorgomtoonni guutuu qaban

1. Gibira bara kana kan kaffalanii fi zarfii daldaa- la meeshichaatiin heeyyama daldala haarome kan qaban, ragaa footoo koppii qabatama dhiyeessuu qabu.

2.Galma'aa taaksii dabala qabeenyaa (VAT) ragaa footoo koppii qabatama dhiyeessuu qabu.

3. TIN koppii isaa sartafikeetii dhiyeessuu kan dandaa'u.

4.Tarree dhiyeessitoota keessatti kan galma'anii i ragaa galmee dhiyeessummaa Ministeera Maalaqaa fi Walta'iinsa Dinagdee ykn caasaalee sadarkaan jiran ir- raa baasanii koppii isaa dhiyeessuu kan danda'an.

5. Dorgomtoonni baayina gatii waliigala nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa dookumantii tokko dorgoman irratti %1 kabachisa caalbaasii ykn maallaqa caal- laa Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Milaa Amboo Goal FIFAtii galii taasisuun nagahee galii kutaa baasii Jidduu Galeessaa keenyaatti erga itti citeen booda koppiin nagahee kanaa sanada caalbaasii waliin poostaa saamsame faana dhiyaachuu qabu. Waldaaleen IMX haala sirreeffama dambii IMX f bara 2009 fi bara 2011 fooyya'ee bahe fi qajeelfama BMWD Oromiyaa bara 2009 baaseen ta'uu qaba.

6.Dorgomtoonni gatii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa ittiin dorgoman sanada caalbaasii irratti qofa guutuudhaan Orjinaala isaa fi footoo koppi isaa adda addaatti poostaa samsamameen dhiyyesuu qabu' caalbaasiin kun guyyaa gaazexaa irratti bahee eegalee Guyyaa 15 (kudhaa shanniif) qilleensa irraa kan oluu ta'e gaafa Guyyaa hojii 16ffaa sa 'aatii 8:00 irratti Wajjiira keenya armaan olitti ibsameetti saanduqa caalbaasii ka- naaf qophaa'e keessa galchuu qabu.

7. Caalbaasiin kun guyyaa armaan ol lakkoofsa 5 irratti ibsame sa'aatii 8:30 irratti dorgomtoonni ykn bak- ka bu oonni seeraa isaaniifi qaamoleen irratti hirmaa- chuu barbaadan bakka argamanitti ni banama, Dhaabbat- ni caalbaasicha galche ykn bakka bu'an jiraachuu yoo baates poostaan isaani ni banama.

8.Dorgomtoonni mo`atan yeroo waliigaltee mal- latteessan gatii waliigalaa nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa mo`atanii %10 wabummaa raawwii caalbaasiicha baankiidhaan kan raggaasifame (CPO) seera qabeessa ta'e dhiyeessuu qabu. Dorgomtoonni mo`ataa fi mo`at- aman caalbaasicha erga ifa ta'ee waliigaltee mo`ataa waliin galamee booda kabaachiisni caalbaasii waaliin galchiitan battalumaatti fudhachuu ni dandeessu

9.Waldaaleen IMX kabachiisa caalbaasiichaa haala sirreeffama dambii IMXf bara 2009 fooyya'e bahe fi qajeelfama BMWD Oromiyaa bara 2009 fi bara 2011 baaseen kan raawwatamu ta`a.

10.Dorgomtoonni caalbaasii kana mo`atan baasii kamiyyuu danda udhaan nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa irratti mo`atan Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Miilaa Amboo Goal FIFA keessaattii dhiyeessuu qabu.

11.Kaffaltii maallaqa gatii nyaataa bilchaataa gosaa adda addaa dhiyaataniif taasifamuuf akka mija`u dhiyeessan kamiyyuu herrega Baankii Siinqee qabaa- chuu fi beeksisu qabu.

12. Dhaabbanni dorgommii kanaaf dhiyaatu see- naa hojii tajaajila dhaabbata kamiyyuu keessaatti Kanaan dura rakkoo kan hin Umne fi of eeggannoon kan irratti hin barroofne ta'u qaba.

13.Waajjirichi mala ykn filannoo biraa yoo ar-gate caalbaasii kana gartokkees ta'ee guutumaan guu- tuutti haquudhaaf mirga qaba.

Ragaa dabalataaf Lakk. Bilbila 0112602341/0913978214/0913286868

Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Millaa Amboo Goal FIFA


Tender details

  • Deadline: 2026-09-04
  • Bid closing time: 14:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:00tti
  • Bid opening: 2026-09-04 14:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 8:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Jidduu Galeessaa Akkaadamii Leenjii Kubbaa Millaa Amboo Goal FIFA
  • Bid bond: 1%
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T10:10:22.000Z
← Back to all tenders