Shoes and Other Leather Products

Waamicha Caalbaasii Ifaa Lakk. WM AIG 01/2019 Godina Shawaa Lixaatti, Waajjirri Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan Hojii Seektaroota Aanichaa bara baajata 2019 tiif kan oolan meeshaalee Uffata seeraa hojjettootaa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa, G

Description

Beeksisa Caalbaasii Bittaa Meeshaalee Bara 2019

Waamicha Caalbaasii Ifaa Lakk. WM AIG 01/2019 Godina Shawaa Lixaatti, Waajjirri Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan Hojii Seektaroota Aanichaa bara baajata 2019 tiif kan oolan meeshaalee Uffata seeraa hojjettootaa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Gommaawwan konkolaataa fi motorsaayikil, Meeshaalee Dhaabbataa/ Elektirooniksii/ Farniicharoota/ fi Motor saayikiloota caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada.

kanaafuu, dorgomtoonni ulaagaa guuttan caal baasii kanairratti dorgomuu kan barbaaddan dorgomuu ni dandeessu.

1. Dorgomtoonni kallatti hojii daldalaa isaaniiti- in Eeyyama dhiyeessa seera qabeessa ta'e kan facaatii kenna tajaajila keessatti ragaa sanadoota ittiin gal-maa'aan ragaa Lakk. TIN isaa footoo koppii isaa sanada caalbaasii waliin qabsiisanii dhiyeessu qabu

2.Caalbaasii bara baajata 2019 irratti hirmaachuu akka danda'an fi gibira kaffaluu isaanii ragaa qaa- ma isaan hundeesse irraa dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qabu

3.Dorgomaan dhiyaatu galmaa'a /VAT/ gal- maa'uu isaatiif ragaa koppii isaa dhiyeeffachuu kan danda'uu Akkasumaas, VAT parsantii 50 Aanaa irratti kan citu ta'uu beekee dorgomuu qaba.

4.dorgomaan sanada caal baasii guyyaa beeksini kun gaazexaa kallacha oromiyaa irratti maxxanfamee bahee eegalee guyyoota hojii 15 keessatti yeroo hun- da sa'aatii hojiitti ragaa Eeyyama daldalummaa isaa ibsu qabatee dhiyaachuun maallaqa hin deebine qarshii 2000( kuma lama )qofa kaffaluun kutaa ABBQ Lakk. 8 qaamaan dhiyaachuun sanadicha bitachuus ta'e deebi- suu ni danda'u.

5.dorgomaan kamiyyuu kabachiisa caalbaasichaaf kan oolu qar. 50,000 (kuma shantama) qofa maqaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan cheekii (CPO) baankiin mirkana'e ykn Imx yoo ta'an xalayaa deeggarsaa osoo hin taane wabummaaf kan oolu qama isaan hundeesse/gurmeesse/ irraa sanada orjinaala caal- baasicha waliin qabsiisee dhiyeessuu qaba.

6.Dorgomtoonni sanada caalbaasichaa poostaa saamsameen orjinaalaa fi koppii addaan baasuun han- ga gaafa guyyaa sa'aatii sanadichi cufamuutti Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaanitti saanduqa caalbaasi- chaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.

7.caalbaasichi gaafa guyyaa 16  sa'aatii 5:00-cufamee sa'aatii 5:30 ni banama yoo guyyaan Ayyaana ta'e guyyaa hojii isa aanuutti darbee bakka dorgom  toonni ykn bakka bu'oonni ykn taajjabdoonni bakka argamanitti Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan Lakk 8 keessaatti nibanama

8.Mo'ataan caalbaasii meeshaalee mo'ate hun- da baasii isaatiin hanga Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan magaala Ijaajjiitti (mana kuusaa waajjiricha/ store/yeroo jedhame keessatti baayinaa fi ququllina jed- hameen dhiycessuu qaba.

9. Waajjirichi mala ykn filannoo biraa yoo argate caalbaasii kana gar-tokkeenis ta'e guutummaan guutu- utti haquuf mirga qaba

10. odeeffannoo guutuu sanada caalbaasichaa waliin kan jiru qajeelfama dorgomtootaa irraa argachu- un ni danda'ama.

Odeefannoo dabalataa 0913160553, 0905659522 ykn 0913460211

Godina Sha/Lixaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan ijaajjii


Tender details

  • Deadline: 2026-09-04
  • Bid closing time: 11:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 5:00tti
  • Bid opening: 2026-09-04 11:30
  • Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 5:30tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Sha/Lixaatti Waajjira Maallaqaa Aanaa Iluu Galaan ijaajjii
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 2,000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T11:26:59.000Z
← Back to all tenders