Shoes and Other Leather Products

Bulchiinsa Maggalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Burraayyuutti kan argamuu Aanaa Kattaa Finfinnee irraa KM 10 fagaattee kan argamtu Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kattaa Bara Baajataa 2019 keessa seektaroota Aanaa keessa jiraniif Uffata seeraa hojjettootaa, Meeshaal

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa Bittaa Mee-shaalee Lakk.01/2018

Bulchiinsa Maggalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Burraayyuutti kan argamuu Aanaa Kattaa Finfinnee irraa KM 10 fagaattee kan argamtu Waajjirri Maallaqaa Aanaa Kattaa Bara Baajataa 2019 keessa seektaroota Aanaa keessa jiraniif Uffata seeraa hojjettootaa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee adda addaa, Meeshaalee Dhaabbii Biiroo, Goommaa Motoraa fi Baatirii Motoraa dhiyeessitoota Wal-dor- gomsiisee Caalbaasii ifaadhaan bituu barbaada.

Ibsa Balli'inaan.

Dhiyeessitoonni ulaagaalee armaan gadii guuttan guyyaa beeksifin kun gaazexaa Kallacha Oromiyaatiin maxxanfamee ba'e irraa eegalee guyyoota hojii walit- ti aanan 15f hanga 05/13/bara 2018sa'aatii 11:00 itti waa'ee meeshaalee bitamanii kan ibsu sanada caalbaasii qophaa'e qarshii hin deebine qarshii 500 (dhibba shan ) wajjiraa galiiwwan Aanaa Kattatti kanfaluun Waajjira. maallaqaa Aanaa kattaa dhufuun bitattanii dorgomuu ni dandeessu

Ulaagaalee barbaachisoo

1. 1.Gibira bara 2019 kanaa kan kaffalee fi ragaa

2. 2. Galmaa'aa Taaksii Dabalata Qabeenyaa / dhiyeeffachuu kan danda'u/ dandeessu. VAT kan ta'ee/taate fi ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u/dandeessu.

3. 3.Tarree dhiyeessitootaaykn e-GP keessatti kan galmaa'e /galmoofte fi ragaa dhiyeeffachuu kan- danda'u /dandeessu.

4. kabachiisa Caalbaasii Qarhii 50,000 (kuma Shan- tamaa) Qarshii dheedhiin Ykn CPO baankiiSiin-\ qee irraa qofaa dhiyeeffachuu qabsiisuu kan dan- da'u /dandeessu ta'uuqaba/qabdi.Kanaan ala waan biraatiin CPO'n dhiyaate fudhatama hin qabu

5.IMX dhaan kan gurmaa'e / gurmoofte yoo ta'e qaama ijaare irraa xalayaa kabachiisacaalbaasii qarishii 50,000 (qar.kuma Shantama) xalayaa ka- bachiisa waliigaltee 10%wabii ta'uu kallatiidhaan xalayaa wabumaa Waajjira maal- laqaa Aanaa keenyaafkallatiidhaan kan barreef- fame dhiyeeffachuu kan danda'u /dandeessu ta'uu qaba/qabdi.

6. Mo'ataa ta'ee erga mirkanaa'ee booda walii galtee mallatteessuuf fedha kan qabu / qabdu

7.mo'achuun isaa /ishee erg mirkanaa'ee boo- da guyyoota 30 (soddoma/) keessatti wantoot- amoo'ate /moo'atte hundumaa dhiyeessu kan danda'u/ dandeessu.

8. Guyyoota jedhame keessatti kan hin dhiyeessine yoo ta'e kabachiisa caalbaasii fi kabachiisawalii- galtee dhaalamuu Akka danda'u/ dandeessu fi seeran gaaffatamuu hamanee/hamanteekan mal- latteessu /mallateessitu ta'uu qaba/qabdi.

9. Kabachiisa waliigaltee gatii walii gala ittiin moo'ate keessaa 10% Qarshii dheedhiin Ykn CPO baankii siiqee irraa dhiyeeffachuu kan danda'u dandeessuKanaafuu namootni dhuunfaa ykn dhaabbileen dorgomuu barbaaddan guyyaa beek- sifni kun gaazexaa kallacha Oromiyaa tiin maxx- anfamee bahe irraa eegalee hanga 5/13//2018 sa'aatii 11:00 itti qofa gatii tokko ittiin dorgom- tan orjinaala fi koppii isaa kophaatti saamsuud- haan saanduqa caalbaasiidhaaf qopha'e_keessa galchuu ni dandeessu.

10. Gaafa guyyaa 16 ffaa 04/01/2019 sa'aatii 3:00 gubbaatti saanduqni

11. caalbaasii cufamee guyyaadhuma kana sa'aatii 3:30 irratti saanduqni caalbaasii iddoo

12. dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni isaanii arga- manitti waajjira maallaqaa Aanaa

 13. Kattaa keessatti ni banama. Guyyaa 16ffaan waa- jirri cufaa/Ayyaana yoo ta'e

14. Guyyaa hojii itti-aanu sa'aatii jedhametti saan- duqni caalbaasii cufamee banama.

15. Waajjirichi karaa fooyya'aa yoo argate caalbaa- > sicha gar- tokkeedhaan ykn guutumaa guututti haquuf mirga qaba

Odeeffannoo dabalataaf Lakk. Bilbilaa 0965600870 ykn 0920604979

Waajjira Maallaqaa Aanaa Kattaa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-14
  • Bid closing time: 09:00
  • Bid opening: 2026-09-14 09:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Mallaqaa Aanaa Kattaa.
  • Bid bond: Qarshii 50,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T11:45:03.000Z
← Back to all tenders