Shoes and Other Leather Products

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Qilixuu Kaarraa Sekteeraalee Mootummaa Aanaa keenya keessa jiraniif Uffata seeraa kan hojjetaa deggersaa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii fi Gommaa Konkolataa fi Motor Sayiki- lii Caalb

Description

Beeksisa Caalbaasii

Waajjirri Maallaqaa Aanaa Qilixuu Kaarraa Sekteeraalee Mootummaa Aanaa keenya keessa jiraniif Uffata seeraa kan hojjetaa deggersaa, Meeshaalee Barreeffamaa, Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Elektirooniksii fi Gommaa Konkolataa fi Motor Sayiki- lii Caalbaasii Ifaan Wal-dorgomsiisee bituu barbaada.

Haaluma kanaan dorgomttoon ulaagaalee armaan gadii guuttan dorgomuu kan dandeessan ta'uu keessan ibsaa

Ulaagaalee barbaachisan:-

  • Hayyama Hojii daldalaa kan qabu
  • Hayyama hojii bara 2019 kan haaromfate
  • Gibira 2018 kan kaffalee fi kaffaluu isaatiif W/
  • Galii Irraa ragaa dhiyeeffachuu kan danda'u
  • With holding tax 3% fi VAT 7.5 % kaffaluuf fedha kan qabu
  • Sanadi Caalbaasii guutamee dhiyaatu Oriji- naalaa fi Koppiin dhiyaachuu qaba.
  • Dokimentoota beeksisichaaf Barbaachisan Hunda foto kopii isaa sanada caal-baasii waliin in- viloopiin haguugamee kan galchuu fi orijinaala isaa yeroo barbaadametti dhiyeessuu kan danda'u
  • Kabachiisa caalbaasii Baankii Daldala Iti- yoophiyaa irraa CPO Qarshii 200,000 (kuma dhibba Lama) Sanada caalbaasii waliin dhiyeessuu qaba.
  • Kabachiisa waliigaltee baayyina Qarshii mo'ateen %10 qabsiisuu kan danda'u.
  • Meeshaalee kana bakkaa fi Yeroo Hojiif bar- baadametti dhiyeessuuf fedha kan qabu.
  • Mo'ataan meeshaalee qulqullina hin qabne yoo dhiyeesse deebisee fudhachuuf ykn jijjiiruuf dirqama qaba,
  • Sanada Caal-baasii kana Waajjira Maal- laqaa A/Qilxu kaarraa Lakk.6(ja'aa) kan hin deebine Qar.200.00 (dhibba Lama) kaffaluun fudhachuu ni dandeessu.
  • Waajjirichi filannoo biroo yoo argate caal-baa- sicha gartokkeenis ta'e gutummaan guutuutti haquuf mirga qaba.
  • Caal-baasiin kun Guyyaa gaafa 14/12/2018 irraa eegalee hanga 04/01/2019_tti qilleensa irra turee guyyaama sana sa'atii 10:00 irratti saanduqni caal- baasichaa cufamee borumtaa isaa gaafa 05/01/2019 sa'aatii 4:30 irratti kan banamu ta'a.

Hu-bachiisa kabachiisa Caalbaasii ykn CPOn qabsiifamu Baankii Daldala Itiyoophiyaa fi Baankii Siinqeen ta'ee Poostaa qofaatti dhiyaachuu qaba. kanaan ala kan dhiy- eesse fudhatama kan hin qabne ta'uu isaa cimsinee isin Beeksifna.

Waajjira Maallaqaa Aanaa Qilixu kaarraa


Tender details

  • Deadline: 2026-09-14
  • Bid closing time: 16:30
  • Bid opening: 2026-09-15 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Qilixu kaarraa
  • Bid bond: Qarshii 200,000.00
  • Bid document price: Qarshii 200.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Aug 20, 2026)
  • Posted at: 2026-08-26T14:09:09.000Z
← Back to all tenders