Vehicle

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjirri Maallaqaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Waajjira Mana Qopheessaa bara baajata 2019 Suzuki Desire model 2022, Suzuki Desire model 2021) Konkolaataa piikaappii Moodela 2015 fi isaa ol / pick-up/fi koroollaa abbaa te

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa
Lakkoofsa Caalbaasii: 02/2019

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjirri Maallaqaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Waajjira Mana Qopheessaa bara baajata 2019 Suzuki Desire model 2022, Suzuki Desire model 2021) Konkolaataa piikaappii Moodela 2015 fi isaa ol / pick-up/fi koroollaa abbaa teessuma 5 qabu moodela 2004 fi isaa ol konkolaataa tajaajilaaf oolan kiraayii Caalbaasii Ifaadhaan Dorgomsiisnee kireeffachuu waan barbaadnuuf akka armaan gadiitti bu'uura dambii dorgomtootaatiin caalbaasii irratti dorgomuu ni dandeessu.

Haalota Tarreeffamaa:

Beeksifni kun guyyaa Gaazexaa Addis Zeman irratti bahee irraa eegalee guyyaa hojii walitti fufaa/walitti aanaan 10f Waajjira Maallaqaa kutaa Magaala Gafarsaa Gujee qarshii hin deebine 600/dhibba jaha / baankii siinqeetti lakk. Acc. 1065173571213 kaffaluu/galii gochuudhaan/ 'deposit slip' Waajjira Galii Kutaa Magaala Gafarsa Gujee risiitii gali kuchisiisuudhaan sanada / dokumantii waajjira Maallaqa Gafarsaa Gujee Adeemsa Bittaa Bulchiinsaa fi dhabamsiisa qabeenyaa fi tajaajila waliigala puuliitii bitachuu kan dandeessan ta'uu ni beeksifna.

Qajeelfama Dorgomtootaa:

1. Damichaan Eeyyama daldalaa haarome Maqaa isaanitiin kan qabanii fi gibira haala qajeelfamni kaahuun kan kaffalanii fi ragaa dhiyeessuu kan danda'an.

2. Kan Kaffalaa gibira lakkoofsaa adda baasaa kan qabuu fi ragaa dhiyeessuu kan danda'an.

3. Kaffalaa Taaksii dabalataa galma'aa fi waraqaa ragaa kan qabu akkasumaas galma'ummaa Misinisteera Maallaqa Feederaalaa ykn Biiroo Maallaqa Oromiyaa kan qopheesse meeshaa fi Tajaajila tarreeffama dhiyeessummaatti kan galma'ee fi Ragaa dhiyeessuu qabu.

4. Dorgomtoonni kamiyyuu Kabachiisa Caalbasii Baankiin kan mirkanaa'e/ ragga'e/CPO Qarshii 150,000( Kuma dhibba tokkoo fi shantama) Sanada Caalbasii Waliin Dhiyeessuu dirqama qabu.

5. Dorgomtoonni kiraa konkolaataa irratti hirmaatan gatii dhiyeessan irratti baasiiwwan boba'aa, dibata, suphaa fi wantoota biroo dhaabbilee dorgomtootaatiin kireessitootaan / kan uwwifamu ta'a. (Konkolaataa Furtuu waliin).

6. Konkolaataa pickup Baasiiwwan, durgoo konkolaachisaa, boba'aa, dibata, suphaa fi wantoota biroo dhaabbilee dorgomtootaatiin /kireessitootaan/kan uwwifamu ta'a.

7. Dorgomtoonni mo'attoota ta'an yemmuu waliigaltee mallatteessan kabachiisa waliigaltee (Wabummaa %10) qabsiisuu qabu.

8. Dorgomtoonni sanada Caalbaasii guyyaa gaazeexaa irratti bahee jalqabee hanga 11aatti guyyaa Hojii mootummaatti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee Adeemsa Bittaa, Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyaa fi Tajaajila waliigala puulii sanada caalbaasii bitachuu ni dandeessu.

9. Dorgomtoonni gatii ittiin dorgomaan sanada caalbasii irratti guutuudhaan orginaalaa fi kooppiidhaan adda baasuun poostaan saamsuudhaan Caalbaasii hanga 11ffaatti guyyaa Hojii mootummaatti waajjira Maallaqa Kutaa Magaala Gafarsa Gujee Adeemsa Bittaa,Bulchiinsaa fi Dhabamsiisa Qabeenyaa fi Tajaajila waliigala puulii Saanduqa kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabdu.

10. Caalbaasichi gaafa guyyaa 11ffaa ganama sa'aatii 4:00 ni cufama guyyuma kana sa'aatii 4:30 dorgomtoonni ykn bakka bu'oonni seera qabeessa ta'an iddoo argamanitti Waajjira Maallaqa Kutaa Magaala Gafarsaa Gujee keessatti banama.

11. Waajjirichi karaa fooyya'aa( filannoo) yoo argate caalbaasicha walakeessaaniis ta'e guutumaan guutuutti haquuf mirgi isaa kan eegameedha.

12. Ragaa dabalataan yoo barbaaddan Lakk. Bilbilaa: 0112 61 5767 bilbiluun hubachuu ni dandeessu.

Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee


Tender details

  • Deadline: 2026-09-18
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): gaafa guyyaa 11ffaa ganama sa'aatii 4:00
  • Bid opening: 2026-09-18 12:00
  • Bid opening (note): gaafa guyyaa 11ffaa ganama sa'aatii 4:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Waajjira Maallaqaa Kutaa Magaalaa Gafarsaa Gujee
  • Bid bond: Qarshii 150,000.00
  • Bid document price: Qarshii 600.00
  • Published on: Addis Zemen (Sep 06, 2026)
  • Posted at: 2026-09-07T08:01:07.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders