Shoes and Other Leather Products
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu bittaa meeshaalee garaa garaa bituu barbaadaa
More tags
Description
Caalbasii Ifaa Marsaa Jalqabaa baara baajataa 2019
Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Manni Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu bittaa meeshaalee garaa garaa Kanneen akka Uffata dambii hojjatootaa, Meeshalee barreeffamaa, Meeshaalee qulqullinaa, Meeshaalee dhuumataa biroo keessaa, meeshaalee elektirooniksii fi farnicharoota garaagaraa caalbaasii ifaatiin waldorgomsiisee bittachuuf dhiheessitootaf waamicha taasisee jira.
Ulaagaalee bu'uuraa Dorgommii Caal-baasichaaf barbaachisan;
1. Dorgomtoonni Caalbasii kana irratti hirmaachuuf hayyamaa daldalaa seeraa qabeesa haaromfamee fi ragaa kaffaltii gibiraa baara baajataa Kanaa (kaan baara 2019) dhiheeffachuu fi galma'aa VAT ta'uu qabu;
2. Dorgomtoonni TIN qabaachuu qabu;
3. Sanadoota dorgommiif barbaachisan Orijinaalaa fi koppiiisaa poostaa adda addaatti
4. Samiidhan sirnaan saamsaani dhiyeefachuu qabu.
5 Saamudaa (Sample) Guyyaa caalbaasichi banamuun duratti dhiyeefaachuu kaan danda'an;
6. Sanadni Caalbaasichaa Haqamaa fi Laaqama tokko malee guutamee poostaan saamsamee
7 dhihaachuu qaba
8. Dorgomtootni sanadaa dorgommii dhiyaatu irrattii Maqaa, Teessoo,Lakk bilbilaa isaanii barreessuun Chaappessanii maallatteessuun dhiheesuu qabu;
9. Dorgomtootni kabachiisa Caalbaasii kaan booddee deebi'uu qarshii 50,000(Kuma shantama) CPO dhaan ykn Cheekiidhaan qabsiisuun irraa eegama.
10. Dorgomtootni guyyaa Caalbaasiin kuun bahe irraa eegalee guyyoota hojii walitti aanan
11. 14 (kudha Afur) keessatti sa'aatii hojiitti Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu Biiroo Lakk. 46 tti qaamaan dhiyaachuun qarshii 500 kaan hin deebine kaffaludhaan sanada waa'ee Caalbaasichaa ibsu bitachuun sirnaan guutanii Poostadhaan saamsun guyyaa beeksisni kuun bahe kaasee hangaa guyyaa hojii 15ffaa sa'aatii 8:30tti biiroo lakk.46tti deebisuu kan danda'an yoo ta'u, caalbaasichi gaafuma guyyaa xumuraa (guyyaa 15ffaa) kana sa'atii 8:40 irratti kan banamu ta'a.
12. Manni Murtiichaa filannoo fooyya'aa ta'e biroo yoo argate caalbaasiicha guutummaatti ykn gamisaan haquu i danda'a. Odeeffannoo dabalataaf Teessoon keenya:-Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Bulchiinsa Magaalaa Shaggaar, Kutaa Magaalaa Buraayyuu bakkii addaa isaa Tsaraa Tsihoon,Daandii Aspaaltii Keellaadhaa gara Sansuusii geessu irra. Lakk. biilbilaa +251-11 284-2169/ +251-11 262-5331 E-mail: [email protected] website: www.bssco.gov.et Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti
Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu
Tender details
- Deadline: 2026-09-19
- Bid closing time: 14:30
- Bid closing (note): Guyyaa 15ffaa sa,aatti 8:30tti
- Bid opening: 2026-09-19 14:40
- Bid opening (note): Guyyaa 15ffaa sa,aatti 8:40tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Kutaa Magaalaa Buraayyuu
- Bid bond: Qarshii 50,000.00
- Bid document price: Qarshii 500.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 03, 2026)
- Posted at: 2026-09-07T08:48:17.000Z
- Source: 2merkato