Food and Beverage
Godiina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gindabarat Hospitaalaa Waliigalaa Gindabaratiif Tajaajila Qopheessa Nyaata Bilchataa dhukkubsatoota ciisaanii yaalamaniif kan oluu Caalbaasii Ifaan Bittuu/ Qopheessisuu Barbaada
Description
Beeksiisa Caalbaasii Lakk.C 01/2019
Godiina Shawaa Lixaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Gindabarat Hospitaalaa Waliigalaa Gindabaratiif Tajaajila Qopheessa Nyaata Bilchataa dhukkubsatoota ciisaanii yaalamaniif kan oluu Caalbaasii Ifaan Bittuu/ Qopheessisuu Barbaada
Haalawwan Caalbaasichaa
Guyyaa Beeksiifni Kun Gaazexaa irratti bahee irraa eegalee sanadaa waa'ee Gosa nyaataa kan ibsuu qarshii hin deebine 100(dhibba tokko) kanfaluun sa'aa hojiitti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godiina Shawaa Lixaatti Waajjirra Maallaqaa Aanaa Gindabarat lakk waajjira 04 tti dhiyaachuun guyyoota hojii 15niif sanadaa caalbaasii bittachuu ni danda'uu. uid nd o
Kanaafuu Qaamoleen Caalbaasichaa irratti hirmaachuu barbaadaan
1. Gibiraa bara kana kan kanfalee fi Ministerii Maallaqaa imammataa baaseen galmee dhiyeessitoota irratti galmahuu isaanii ragaa dhiyeessu qabu.
2. Ragaa vat(15%) ykn dabalataa qabeenya fi TIN dhiyeessu qabu.
3. Dorgomtootni Kabachiisa caalbaasii gatii waliigalaa irraa CPOn 2% ykn qarshii 2,000 ol qabsiisu qabu.
4. Dorgomtootni caalbaasichaa mo'ataan gosa nyaataa mooraaHospitaalaa Gindabarat keessatti qopheessuun dhiyeessu qabu.
5. Dorgomtootni gatii ittin dorgomaan gatii geejjiba, baasuu fi buusuu, Mindaa Hojjetoota, baasii kammiyyuu qopheessa nyaataf barbaachiisuu hundaa of -danda'uun sanadaa caalbaasii irratti guutuun sanadaa orijinala fi warabbii postaa samiin saamsamee gochuun guyyaa caalbaasichii Gaazexaa irratti bahee irra kaasee guyyoota hojii walitti aanaan 15f sanada yaada dorgommii saanduqa qophaa'eetti galchuu qabu.
6. Gatii dorgomaan tokko kenne irratti hunda'uun gatii lachuun dhorkaa dha.
7. Caalbaasichi gaafa guyyaa 16ffaa sa'aa 4:30tti dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii bakka argamaniitti teessoo armaan oliitti ta'eetti sanduuqni caalbaasii ni banama. garuu guyyichii sanbataa fi dilbataa irra yoo oolee guyyaa itti aanuu wixataa sa'a jedhametti ni banama.
8. Waajjirichi carraa biroo kan argatu yoo ta'e caalbaasicha walakkaan ykn guutummaan guutuutti haquuf aangoo guutuu qaba. Aanichi Finfinnee irraa fageenyi irratti argamtu km183 yoo ta'u, karaan km128 asfaaltii fi km 55 piistaa dha.
Odeeffannoo Dabalataatiif 011 215 1063, 09-32-27-67-46 ykn 09-13-14-10-87
Waajjira Maallaqaa Aanaa Gindabarat
Tender details
- Deadline: 2026-09-28
- Bid closing time: 17:30
- Bid closing (note): Guyyoota hojii walitti aanaan 15ffaa
- Bid opening: 2026-09-29 22:30
- Bid opening (note): Guyyaa 16ffaa sa,aatti 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Gindabarat
- Bid bond: 2% ykn Qarshii 2,000.00
- Bid document price: Qarshii 100.00
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
- Posted at: 2026-09-18T08:15:50.000Z
- Source: 2merkato