Shoes and Other Leather Products

Waajjirri Maallaaqaa Aanaa Abbaayyii Coomman Bara baajataa 2019 kana keessaatti Meeshaalee dorgomsiisee bituu barbada

Description

Beeksisa Caal Baasii Ifaa Marsaa 1ffaa Bara Baajataa 2019 Bahe

Waajjirri Maallaaqaa Aanaa Abbaayyii Coomman Bara baajataa 2019 kana keessaatti Uffata Seeraa Hojjettootaa, Meeshaalee Barreessaa, Meeshaalee Elektirooniksii, Meeshaalee Dhaabbataa (farnicherootaa), Meeshaalee Qulqullinaa, Meeshaalee Dhumeeyyii, Meeshaalee Ijaarsaa adda addaa,meeshaalee Qonnaa,Gommaa Konkolaataa gosaa Adda Addaa,Sanyiiwwan Biqiltuu mukoota garagaraa,Meeshaalee Barnootaa fi kkf.caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee bituu barbada.

Kanaafuu daldaltootni dhuunfaa yookaan waldaaleen interpiraayizii maaykiroo fi xixiqqaatti / IMXtti/ijaaramtanii hayyama seera qabeessaa qabdan akka irratti hirmaattan affeeramtaniittu.

Dorggomtootni Ulaagaalee kan gaditti jiru guutuu dandeessani:-

1. Haayyama hojii daldalaa isaa kan haaromsatee ykn haaraa kan baafate.

2. Galmeessa daldalaa kan qabu fi dhiyeeffachuu kan danda'u.

3. Facaatii dhiyeessitootaa keessaatti galmaa'aa kan ta'ee fi ragaa isaa kan dhiyeeffachuu danda'u.

4. Lakkoofsa kaffalaa gibira/TIN number/kan qabuu fi dhiyeeffachuu kan danda'u.

5. Galma'aa VAT (Vaatii)kan ta'ee fi kan dhiyeeffachuu danda'u.

6. Ragaa Tekinikaalii fi Faayinaanshaalii qofaa qofaatti Koppii fi Orijinaaliin kan dhiyeeffachuu danda'u/Ragaa dhiyeeffattani gosa meeshaalee dhiyeessuuf irratti dorggoman poostaa irratti maqaa isaa adda baasuun/Ragaa tekinikaalii ykn faayinaanshaalii jechuun barreessuu/.

7. Wabummaa Kabachiisa Caal baasichaaf (CPO) Gosa Sanada hundaaf Qarshii 100,000.00 / Kuma dhibba tokko qofa/ booda kan deebi'u qabsiisee ragaa isaa Poostaa qofaatti saamsuun dhiyeeffachuu kan danda'u

8. Sanadni .Caal baasichaa gaafa guyyaa 04/01/2019 eegalee hanga 25/01/2019 tiitti Waajjira Abbaa Taayitaa Galiiwwanii Aanaa Abbayyli Coomman kutaa Lakk. 3tii sanada tokko tokkoo isaaf maallaqa hin deebine Qarshii 500.00 /qarshii dhibba Shan/ kaffaluun bitachuu ni dandeessu.

9.Caal baasichi gaafa guyyaa 26/01/2019 sa'aatti 4:00 irratti saamsamee gaafuma kana sa'aatii 4:30 tti dorgoomttotni yookaan bakka bu'oonii isaanii bakka argamtanitti ni banaamaa.

10. Waajjirichi filannoo kan biroo yoo argate caa baasicha Gar-tokkeen ykn guutummaan guutuutti haquuf ni danda.ama.

11. Dorgoommaan mo'aachuun isaa ergaa beekamee samuuda gaafatame dhiyeessuu Qaba.

Hubachiisa;

1. xumura irratti maqaa, mallaattoo fi chaappaa dhaabbata keessanii sanada keessan irratti gochuu hin dagatiinaa

2.Dorggomaan kamiyyuu kabachiisa caalbasii/CPO/ poostaa of-danda'ettin saamsee qofaatti dhiyeessuu qaba.

3. Sadada caalbaasichaa ragaan tekinikaa fi faaynaanshalii qofaa qofaatti koppii fi orijinaalaan poostaa gara garaan gochuun galchu qabdu.

4. Mo'ataan meeshaalee mo'atee Waajjira Maallaqaa Aanaa Abbayyii Coommanitti dhiyyeessuu qaba.

Oddeeffannoo Dabalaataaf:-09 13 44 88 63

Waajjira Maallaqaa Aanaa Abbayyli Coommaan

Fincaa'aa


Tender details

  • Deadline: 2026-10-06
  • Bid closing time: 10:00
  • Bid opening: 2026-10-06 10:30
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Aanaa Abbayyli Coommaan
  • Bid bond: Qarshii 100,000.00 sanada tokkoo
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 10, 2026)
  • Posted at: 2026-09-18T09:04:24.000Z
  • Source: 2merkato
← Back to all tenders