Raw Materials and Supplies

Naannoo Oromiyaatti Manni murtii Aanaa Boor.ee bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee bituu barbaada

Description

Beeksisa Caalbaasil

Naannoo Oromiyaatti Manni murtii Aanaa Booree bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bitta meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii, Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, bittaa uffata seera, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa bituu barbaada.

1.Kanafuu Caal-baasii irraattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu'urumaa kana gadittii ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeetu. Dorgomtootni Kallattii hojii daldalaa isaanittiin heeyyamaa daldalaa bara háromsan isaan seera qabeessa ta'ee gibiraa gibiraa bara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma'an fi fi galma'a Faayinaansii fi ragaa Lakkofsa  TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisaan dhiyyeesuu qabu.

2.Dorgomtoonni dhiyaatan Galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galma'uu isaanitiif raga fotookooppii dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.

3.Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin ba'ee irraa egalee guyyoota hojii 15 keessaatti yeroo hundaa sa'ati hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkon tokkon isaaf mallaqaa hin deebine qarshii 50(shantamaa) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Booree lakk. 5 ittii dhiyaachuun sanadaa bitachuu ni danda'u.

4.Dorgomaan kaamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan oluu gatii tilmaamaa bittaa wal gala irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa'e sanadaa Orjinaalaa caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.

5.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.

6.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Quiqullinna, Maxxansaalee, bittaa uffata seera, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa

7.Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa.

8.Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Poosta Saamsaameen Orginaalaaf kooppii addaa baasuun guyyaa beeksisni kun bayee qilleensarra oolee kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aatii 2:30 hanga sa'aatii 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaf qaphaa'e keessaa galchuu qabu.

9.Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanada Caalbaasichaa gaafa guyyaa 23/01/2019 tti sa'aatii 8:00 dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka argamanitti Mana Murtii Aanaa Booree keessaatti ni banama

10. Mo'ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo'ate hunda akkatuma wolii galtettin Mana Murtii Aanaa Booree dhiyeessuu qabu.

11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin.

12. Manni hojii Filannoo fooyya'e yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha

Odeeffannoo dabalataaf, Lakk. Bil. 0466670550, Lakk. Mobayiiil 0920878785ykn 0926202622,

Mana Murtii A/Booree


Tender details

  • Deadline: 2026-10-02
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid closing (note): Guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aatii 2:30 hanga sa'aatii 11:30
  • Bid opening: 2026-10-03 14:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Mana Murtii A/Booree
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 50.00 sanada tokkoo
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
  • Posted at: 2026-09-22T13:09:52.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders