Raw Materials and Supplies
Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Annaa Sorraa bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee bituu barbaada
More tags
Description
Beeksisa Caalbaasii
Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Annaa Sorraa bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii,uffata seeraa Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa bituu barbaada.
Kanaafuu Caalbaasii irraattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu'uuruma kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeessu.
1.Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanittiin hayyama daldalaa haaromfamee fi seera qabeessa ta'ee gibiraa bara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan raga Sanadootaa ittin galma'an fi Faayinaansii fi ragaa Lakkoofsa TIN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisan dhiyyeesuu qabu.
2.Dorgomtoonni dhiyaatan Galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galma'uu isaanitiif ragaa footookooppii dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.
3.Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin ba'ee irraa egalee guyyoota hojii 15 keessatti yeroo hunda sa'aatii hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkon tokkon isaaf maallaqaa hin deebine qarshii 100 (Dhibba) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Annaa Sorraa lakk. 8 ttii dhiyaachuun sanadaa bitachuu ni danda'u.
4.Dorgomaan kamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan ooluu gatii tilmaamaa bittaa waliigalaa irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa'e sanada Orjinaala caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.
5.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.
6.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, Maxxansaalee, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa
7.Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii / Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa,
8. Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Poostaa Saamsameen Orginaalaaf kooppii adda baasuun guyyaa beeksisni bahee qilleensarra oole kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aatii 02:30 hanga sa'aatii 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.
9.Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanada Caalbaasichaa gaafa Guyyaa fulbaana 07/01/2019 irraa hanga fulbaana 27/01/2019 tti sa'aatii 08:00 dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka argamanitti Mana Murtii Aanaa Annaa Sorraa keessatti banama.
10. Mo'ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo'ate hunda akkatumma woliigaltetti Mana Murtii Aanaa Annaa Sorraatti dhiyeessuu qaba.
11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin ta'uu qaba.
12. Manni hojii filannoo fooyya'e yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha
Odeeffannoo dabalataaf, Lakk.mobaayilaa 0920616779, 0938468688 ykn 0905340123
Mana Murtii Aanaa Annaa Sorraa
Tender details
- Deadline: 2026-10-06
- Bid closing time: 17:30
- Bid closing (note): Guyyaa hojii 15 sa'aatii 11:30
- Bid opening: 2026-10-07 14:00
- Region: Oromia
- Publishing entity: Mana Murtii Aanaa Annaa Sorraa
- Bid bond: 2%
- Bid document price: Qarshii 100.00 sanada tokkoo
- Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
- Posted at: 2026-09-22T13:16:48.000Z
- Source: Qelal Tenders