Raw Materials and Supplies

Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee bituu barbaada.

Description

Beeksisa Caalbaasii

Naannoo Oromiyaatti Manni Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu bara bajaata 2019 hojii mootummaatiif bittaa meeshaalee dorgomtoota dorgomsiisee caal-baasii ifaatiin meeshaalee dhaabbii,uffata seeraa Farnichaaraa, Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa bituu barbaada.

Kanaafuu, Caal-baasii irraattii dorgomtootni hirmachuu barbadaan, bu'uuruma kanaa gaditti ibsameen dhiyaatanii dorgomuu ni dandeessu.

1.Dorgomtootni kallattii hojii daldalaa isaanitiin hayyama daldalaa haaromfamee fi seera qabeessa ta'ee gibiraa bara ittin kaffalan, facaatii (list/ kennaa Tajajilaa keessan ragaa Sanadootaa ittin galma'an fi Faayinaansii fi ragaa Lakkoofsa TN Fotookooppii isaa Sanadaa caalbaasii waliin qabsisan dhiyyeesuu qabu.

2.Dorgomtoonni dhiyaatan Galma'aa taaksii dabalataa (VAT) galma'uu isaanitiif ragaa footookooppii dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu qaba.

3.Dorgomtootni Sanada caalbaasii guyyaa beeksifni gaazeexaa kallachaa Oromiyaatiin bayė irraa eegalee guyyoota hojii 15 keessatti yeroo hunda sa'aatii hojii gosa sanadaa caalbaasii tokkon tokkon isaaf maallaqaa hin deebine qarshii 100 (Dhibba) kaffaluun Adeemsa bittaa Mana Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu lakk. 12 tti dhiyaachuun sanadaa bitachuu ni danda'u.

4.Dorgomaan kamiyyuu kaabachiisa caalbaasiif kan ooluu gatii tilmaamaa bittaa waliigalaa irraa % 2 Maqaa Dorgomaa CPO ykn cheekii bankiidhaan Mirkanaa'e sanada Orjinaala caalbasichaa waliin qabsiisee dhiyeesuu qaba.

5.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee qulqulinnaa, Maxxansaalee, Meeshaalee Dhaabbii xixxiqoo biiroo keessaa fi Meeshaalee Elektrooniksii.

6.Dorgomtootni sanada caalbaasii Meeshaalee Elektrooniksii, Meeshaalee Barreefamaa, Meeshaalee Qulqullinna, Maxxansaalee, meeshaalee dhaabbii xixxiqqa biiroo keessaa

7.Dorgomtootni sanadaa Caalbaasii Meeshaalee dhaabbii /Furniture/, Bittaa Uffata Seeraa.

8.Meeshaalee armaan olitti ibsamee dorgomtootni sanadaa caalbaasichaa Poostaa Saamsameen Orginaalaaf kooppii adda baasuun guyyaa beeksisni kun bahee qilleensarra oole kaasee guyyaa 15 keessatti guyyaa hojii sa'aatii 2:30 hanga sa'aatii 11:30 sanduqaa poostaa caalbaasichaa kanaaf qophaa'e keessa galchuu qabu.

9.Caalbaasichi fulbaana 23/01/2019 sa'aatii 8:00 dorgomtootni ykn bakka bu'oonni seeraa isaanii akkasumas tajjabdoonni bakka argamanitti Mana Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu keessatti banama.

10.Mo'ataan Caalbaasii Meeshaalee ittiin mo'ate hunda akkatumma woliigaltetti Mana Murtii Aanaa Haroo Wolaabuutti dhiyeessuu qaba

11. Afaan Caalbaasichaa ittiin gaggeeffamu Afaan Oromiffaatiin ta'uu qaba.

12. Manni hojii filannoo fooyya'aa yoo argate caalbaasicha guutummaan guututti ykn gar tokkee isaa haquudhaaf mirgi isaa seeraan kan eegamee dha.

Odeeffannoo dabalataaf, Lakk.Bilbilaa 0995595852 ykn 0922066952

Mana Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu Kofolee


Tender details

  • Deadline: 2026-10-02
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid closing (note): Guyyaa hojii 15 sa'aatii 11:30ttii
  • Bid opening: 2026-10-03 14:00
  • Bid opening (note): 23/01/2019 sa,aatti 8:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Murtii Aanaa Haroo Wolaabuu Kofolee
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 100.00 sanada tokkoo
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Sep 17, 2026)
  • Posted at: 2026-09-22T13:21:50.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders