Building Construction

Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo Bara Baajata 2019tiif Ijaarsa Hojii Finishing (Xummursiisuu) Ijaarsaa Gamoo G +2, Daalaya Fi Mana Wardiyya Waajira Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo Caalbasii Ifaatiin Wal-Dorgomsiisee

Description

Beeksisa Caalbaasii Ifaa

Lakk. WLM/A/mb. 1293

Godina Harargee Bahaatti Waajjirri Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo Bara Baajata 2019tiif Ijaarsa Hojii Finishing (Xummursiisuu) Ijaarsaa Gamoo G +2, Daalaya Fi Mana Wardiyya Waajira Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo Caalbasii Ifaatiin Wal-Dorgomsiisee Ijaaruu Fi Xumuursiisuu Waan Baarbaaduuf Dhabannii Ulaagaalee Armaan Gadii Guuttaan Akka Dorgoomtaan Waajjiraa Maallaqaa A/M/Oromoo Isiin Afeerraa.

Ulaagaalee Dirqisiisoo (Must Meet Criteria) Qaleelfama Dorgoomtootaa (Instruction To Bidders)

1) Hayyama Daldalaa Seera Qabeessaa 2019 Kan Ragaa Galmee Hundeeffaama Dhabbaata Daldalaa Ykj Yoo Haroomsaaf Guyyaan Hin Gahiin Xalayaa Gahuuu Dhabuu Waajjiraa Galii Iria Dhiyeessuu Qaba (Trade License) Kan 2019 Kan Haroomsee

2) Waraqaa Ragaa Mirkaneessa Dandeetii ((Construction Competency Certificate / Certificate Of Competence Sadarkaa GC-5/BC-5 Fi Isaa Ol Kan Abbaa Taayitaa Ijaarsaa Oromiyaa Ykn Qaama Mootummaa Dhimmi Ilaallatu Irraa Kennamee Fi Yeroo Dorgommii Keessatti Hojiirra Jiru;

3) Rugaa Galmaawaa VAT/TOT/Ykn Tin Abbaa Taayitaa Galliwwaanii Irraa Dhiyeessuu

4) Gibira Kaffaluu Isaa Waraqaa Qulqullinaa Dhiyeessuu (Valid Tax Clearance Certificate)

5) Ragaa Galmee Dhiyeessitoota Mootummaa / PPA, Yoo Seeraan Barbaachisaa Ta'e;

6) Bittaa Mootummaa Irraa Dhorkamuu Dhabuu Waraqaa Ragaa Dhiheessuu Jirata.

7) Walitti Bu'insa Faayidaa Hin Mallee Bilisa Tahuu Xalayaa Ragaa Dhiyeessuu Qaba.

8) Dorgomaan Filannoo Irratti Hundaa'uun, Wabii Kabachiisa ((bid security)) Caalbaasiif Kanneen Armaan Gadii Keessaa Tokkoon Dhiyaachuu Ni Danda'ama A. Wabii Baankii Haala Irratti Hin Hundoofnee; B. Leeter Kireeditil Hin Jijjiiramnee; C. Maallaqa Callaa, Cheekii Ykn Cpo Baankii Mirkanaa'ee Ajaja Kaffaltii Kamiyyuu Baankii Yookaan Dhaabbata Maqaa Gaarii Qabuu Mirkanaa'e, fi Maddoota Beekkamoo Biyya Keessaa Gahumsa Qaban Kamiyyuu Irraa Dhiyaachu Qabu. ((Qr 400,000 )Kuma Dhibba Afuur)) Dhiyeessuu Irra Jirata.

9) Dorgomaan Tokko Sanada Isaa Paakeejii Alaa Cufaa Tokko (Single Outer Sealed Package) Keessatti Dhiyeessuu Qaba. A. Sanada Teekhnikaa - Original Technical Document - 1- Copy- 1-Copy-2 Ta'uun Adda Addaan Cufamee, Sirriitti Mallatteeffamee Fi Yoo Barbaachise Wax- Sealed Ta'ee Dhiyaachuu Qaba. Original Technical Document Copy-1 Copy-2 – Jedhamanii Moggaafamuu Qabu.

10) Dorgomann Yeroo Sanada Caalbaasii Guttan Fuula Hunda Irratti Mallattoo Fi Chaaphaa Dhawuu Irra Jiraata.

11) Dorgomaan Caalbaasicha Kana Gufachiisuu Fi Jeequu Barbaadee Kabachiisni Caalbaasii Kan Irraa Dhaalamuu Fi Ful-Durattiis Dorgomuu Akka Hin Dandeenye Hubachuu Irra Jiraata.

12) Dorgomaan tokko sanada sobaa, ragaa fakkeessame, odeeffannoo dogoggoraa ykn raga nama biraa fayyadamuun isaa yoo mirkanaa'e caalbasii fulduraatti Mootummaa Irraa akka hin hirmannee taasifama.

13) "Ijaarsa Hojiiwwan Hafan Gamoo G+2, Dalayaa fi Mana Wardiyyaa Wajjiraaa Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo Xumursiisuu" raawwachuuf Caalbaasii Biyyaalessaa Banaa (Open National Competitive Tendering) irratti hirmaachuuf affeera. Kontiraaktariin filatamu hojii kana guyyoota kalaandarii 360 keessatti xumuruuf dandeettii qabaachuu qaba.

14) Financial Document dorgomaa teeknikaadhaan gahumsa argatee fi fudhatama qabu qofaaf, bu'aan madaallii teeknikaa erga beeksifamee booda, akkaataa ITB keessatti ibsameen ni banama.

15) Yeroo sanada calbasii argachuu dandessaan Guyyaa beeksiisni gaazeexaa Addis Zamaan irratti maxxanfame irraa eegalee guyyoota hojii 21 keessatti, sa'aatii hojii mootummaakeessatti, Wiixata irraa hanga Jimaatatti bitaachuu ni dandeessuu.

16) Dorgomtootni Sanada Caalbaasii Maallaqaa Hin Deebine Qar 2000 ((kuma lama) Waajjiraa Gaalii Aanaa Makkanniisa Oromootli kafaluun Guyyoota Hojii 21 (digdam tokko) Keessatti sanada caalbasii Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromootii Bitachuu Ni Dandeessu.

17) Dorgomtootni Sanada caalbaasii irratti Yaada Dorgommi Irratti Maqaa Dhaabbata, Teessoo, Lak. Bilbilaa, Mallattoo Isaanii Barreessuu irra jirata.

Hubachiisa

Waajjirichii Carraa Fooyya'aa Yoo Argatee Caalbasicha Gar-Tokkee Ykn Guutuma Gututti Haquuf Mirga Guutuu Qaba

Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo


Tender details

  • Deadline: 2026-10-16
  • Bid closing time: 17:00
  • Bid closing (note): Guyyoota Hojii 21 (digdam tokko) Keessatti sanada caalbasii Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromootii Bitachuu Ni Dandeessu.
  • Bid opening: 2026-10-16 17:00
  • Bid opening (note): Guyyaan caalbaasiin itti banamu hin ibsamne.
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Godina Harargee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo
  • Bid bond: Qarshii 400,000.00
  • Bid document price: Qarshii 2000.00
  • Published on: Addis Zemen (Sep 23, 2026)
  • Posted at: 2026-09-23T08:28:45.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders