Building Construction
Waajjiri Bulchiinsa Aanaa Makkanniisa Oromoo beeksisa fooyya'iinsa caalbaasii baasee jira.
Description
Fooyya'iinsa Beeksisa Caalbaasii
ljaarsa Hojii Finishing (Xummursiisuu) Ijaarsaa Gamoo G +2, Daalaya Fi Mana Wardiyya Waajjira Bulchinsa Aanaa Makkanniisa Oromooti Beeksisa caalbaasii gaafa 13/01/19 baase ilaalchisee guyyaan tartiiba lakkoofsa 15 fi 17 jalatti tarreeffaman akka armaan gadiitti fooyya'ee jira.
15) Sanadnii caalbasili Guyyaa beeksisni kun gaazeexaa Irratti maxxanfame Irraa eegalee guyyoota walitti anaan sambataa fi dilbataa dabalatee guyyoota 21, keessatti bitaachuu ni dandeessuu.
17) Sanada Caalbaasii Gafa Guyyaa Gazeexaa Addiis Zamaniin qilleensaa olee jalqabee guyyoota walitti anuu 21 ((digdami tokko)) qilleensarra turuun guyyaa 22ffaa sa'aa 3:30tti Cufamee Sa'aa 4:00tti Bakka Koreen Hundaa Fi Dorgomaan Ykn Bakka Bu'aan Seera Qabeessaa Jirutti Kan Banamuu Tahuu Isiin Beeksifnaa.
- Cuunfiinsa caalbasii guyyaa 22ffaa sa'aa (time 13:30)
- baaniisa caalbasii guyyaa 22ffaa sa'aa (time) 4:00
- Odeeffaannoo Dabalatatiif: Waajjiraa Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo
Lakk Bilbilaa 09 29 97 71 06, 09 11 29 30 03, 09 15 10 73 50, 09 13 48 71 87
Hubaachisa Waajjirichii Carraa Fooyya'aa Yoo Argatee Caalbasicha Gar Tokkee Ykn Guutuma Gututti Haquuf Mirga Guutuu Qaba
Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo
Please use the following link for the previous tender
https://tenders.qelal.et/tender-6ab38dbd0a538a3339000001/
Tender details
- Deadline: 2026-10-14
- Bid closing time: 09:30
- Bid closing (note): Guyyaa 22ffaa Sa'aa 3:30tti
- Bid opening: 2026-10-15 10:00
- Bid opening (note): Guyyaa 22ffaa Sa'aa 4:00tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Harargee Bahaattii Waajjira Maallaqaa Aanaa Makkanniisa Oromoo
- Published on: Addis Zemen (Sep 28, 2026)
- Posted at: 2026-09-29T07:55:20.000Z
- Source: Qelal Tenders