Food and Beverage

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Baalee Bahaa Manneen Barnoota Sadarkaa Aanoota Gammoojjii Godina Baalee Bahaa keessatti argaman: Aanaa Sawweenaa, Aanaa L/Hidhaa, Aanaa Raayituu, Aanaa Daawwee Saraarii fi Aanaa Dawwee Qa

Description

Beeksisaa Caalbaasii

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Waajjirri Maallaqaa Godina Baalee Bahaa Manneen Barnoota Sadarkaa Aanoota Gammoojjii Godina Baalee Bahaa keessatti argaman: Aanaa Sawweenaa, Aanaa L/Hidhaa, Aanaa Raayituu, Aanaa Daawwee Saraarii fi Aanaa Dawwee Qaachaniif kan ooluu Bittaa Nyaata Barattoota Daakuu (CSB) fi Zayitaa nyaataa bara baajata 2019 tiif ooluu Dhaabbata ulaagaa gaafatame guutuu danda'anirraa caalbaasii ifaatiin dorgomsiisee bituu barbaada.

Ulaaga Dorgoommii

2. Galma'aa VAT kan ta'eefi lakk. TIN kan qabu ragaa dhiheeffachuu kan danada'uu.

3. Hayyama daldalaa gosa hojii irratti dorgomuu kan qabuufi bara hojii 2019'tiif hayyama isaa kan haaromsiise/yoo hin haarawoomsiin sabaaba hin haarawomsiniif ragaa dhiheessuu kan danda'u.

4. Waraqaa ragaa dhiheessummaa kan qabu.

5. Galmee dhiheesummaa keessatti kan galmaa'ee ragaa dhiheeffachuu kan danada'u.

6. Gibira bara 2018 kan kaffaleefi xumuruu isaatiif kiliraansii dhiheessuu kan danda'u.

7. Yuuniyeenii, Waldalee Hojii Gamtaa, Federeeshinii ulaagaa gaafatamee guutan dorgomuu ni danda'u.

8. Waraqaa qaama seerummaa haaromfame kan qabu (Yuuniyeenii, Waldalee Hojii Gamtaa fi Federeeshinii dhaaf).

9. Haaluma qajeelfamaatiin VAT funanamee walakkaa/7.5 muree hanbisuuf Eeyyamama kan ta'e bittaa Zeeytaa irratti/kan hin muruu taanaan ragaa qaama ilaallaturraa dhiheeffachu kan danda'uu.au

10. Dorgomaan sanada caalbasii hard koppii (barrefamaan jiru) gaafa caalbaasiin bahe irraa kaasee hanga guyyaa hojii 15ffaatti ragaa qabu koppii isaa dhiheeffachuun yeroo hojii mootummaatti Waajjira Galii Godina Baalee Bahaa irraa qarshii 500 (dhibba shan) kan hin deebine kaffaluun bitachuu danda'a.

11. Dorgomaan injifataa ta'uun isaa erga ibsameefi ajajni bittaa kennamee booda guyyaa hojii 15(kudha shan) keessatti manneen barnoota Ganda Aanoota bittaan kun hayyamameefi Godinichaa keessatti argaman Geejiba isaatiin fe'iinsafi korsisaa dabalatee geessuu kan danda'u.

12. Kabachiisa Caalbaasii CPO qar. 500,000 (Kuma dhibba Shan) maqaa Waajjira Maallaqaa Godina Baalee Bahaatiin dalagsiisuun poostaan addatti samsamee harkatti qabatee dhiheessuu qaba. or idt ans

13. Dorgomaan dorgommidhaaf dhiyaatu ragaa teeknikaala orjiinaala chaappaa isaatiin kan haarawoomfame) fi raga teeknikaala koppii isaa kophaa kophaatti gagaan saamsuudhaan chaampaa, maqaa dhaabbataa, mallatoo, lakk. Bilbila isaaniifi iddoon dhaabbanni isaanii itti argamu guutuun deebisuu qabu.

14. Dorgomaan ragaa faayinaanshiyaala orjinaalaafi koppii isaa gara garatti gagaan saamsuun gatii meeshaa haqamaafi laaqama tokko malee guutuun chaappaa, maqaa dhaabbataa, mallatoo, lakk. bilbila isaaniifi iddoo dhaabbanni isaanii itti argamu guutuun deebisuu qabu.

15. Guyyaan sanada dorgommii ittin dhihaatu/saanduqni caalbaasii cufamu/guyyaa beeksifni bahe irra kaasee guyyaa hojii 16ffaa ganama sa'aatii 3:30 ta'ee, kan banamus ganama gaafuma sana sa'aatii 4:00 irratti Waajjira Maallaqaa Godina Baalee Bahaa kutaa bittaa lakk. 8ttiitti bakka dorgomaan/bakka bu'aan seera qabeessaa argametti, koree xiinxala caalbaasii bittaa meeshaa, odiitarri keessaafi bakka bu'aan mana hojii caalbaasiin qophaa'eef argamanitti caalbaasiin ifatti ni banama.

16. Guyyaan sanadni caalbaasi banamu guyyaa hojii ta'uu baannan guyyaa hojii itti aanuutti kan banamu ta'a.

17. Sanadni dorgommii erga saanduqni caalbaasii saamsamee dhihaatu kamuu fudhatama hin qabu.

18. Dorgomaan injifataa ta'eef kabachiisa waliigaltee %10 (kudhan) CPO ajaja bittaa keessaa qabsiisuudhaaf fedhii kan gabu.

19. Sanada yaada dorgommii irratti gatii guutame sirreessuun hin danda'amu handed us inid

20. Dorgomtoonni kan dorgomuu danda'an haala heyyema daldalaa qabaniin qofaan ta'ee,kan dorgomuu haala heyyema daldalaa qabaniin ta'a

21. Dorgomaan konkolaataa feumsaa 7 fi isaa ol garaa abbaa qabiyyee ykn waliigaltee abbaa qabeenyaa waliin mallateessee dhiyeessuu kan danda'u

22. Muuxannoo hojii nyaata barataa dhiyeessuu kan qabu fi dhiyeessuu kan danda'u

23. Kaakuun CSB boqqolloo 60% fi qamadii 40% erga walitti makame miikkaadhaan saamsameer akka roobaan hin miidhamnetti dhiyeessuuf eyyemamaa kan ta'e

24. Odeeffannoo dabalataaf lakk.bilblaa 09 10 17 30 81/ 09 17 33 77 27 bilbiluun gaafachuun ni danda'ama.

Hubachiisa

Waajjirri bittaa raawwatu dorgomicha guutumaan guututti/gar tokkeen haqauudhaaf mirga ni qaba Dorgomaan ibsa barbaachisu sanada caalbaasii keessatti argachuu ni danda'a Waraqaa cenyummaa National ID kan qabu

Kaffaltiin kan raawwatamu haala waliigalteetiin nyaata bitamu iddoo mana barumsa gandaatti dhiheessee Modeela ittiin galii godhe Dispaachii fi nagahee seera qabeessa waliin yeroo dhiyeessuu ta'a.

Waajjira Maallaqaa Godina Baalee


Tender details

  • Deadline: 2026-10-19
  • Bid closing time: 09:30
  • Bid closing (note): Guyyaa hojii 16ffaa ganama sa'aatii 3:30
  • Bid opening: 2026-10-19 10:00
  • Bid opening (note): Guyyaa hojii 16ffaa ganama sa,aatti 4:00tti
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa Godina Baalee
  • Bid bond: Qarshii 500,000.00
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 01, 2026)
  • Posted at: 2026-10-05T08:04:28.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders