Building Construction
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Sirkaa baajataa bara 2019 Waajjirri Fayyaa Aanaa Sirkaa tiif qabameen Keellaa Dhaloota lammaffaa/Waliigalaa/Qindaa'aa Aanaa Sirkaa bakka "Sambaabaa Heelaa" jedhamutti Dhaabbilee /Kontiraakteroota Ijaarsa Sadarkaa GC/BC.4 fi isaa
Description
Beeksisa Waamicha Caalbaasii Ifaa Biyyaalessaa (NCB)
Mata Duree / "Bid Title"; Ijaarsa Keellaa Fayyaa Dhaloota 2ffaa/Waliigalaa "Sambaabaa Heella
Waajjirri Maallaqaa Aanaa Sirkaa baajataa bara 2019 Waajjirri Fayyaa Aanaa Sirkaa tiif qabameen Keellaa Dhaloota lammaffaa/Waliigalaa/Qindaa'aa Aanaa Sirkaa bakka "Sambaabaa Heelaa" jedhamutti Dhaabbilee /Kontiraakteroota Ijaarsa Sadarkaa GC/BC.4 fi isaa ol qabanii fi fjaarsaa gaafatameef gahuumsa madaalu qaban Waldorgomsiisee ljaarsisuu/ ljaaruu barbaada.
Kanaafuu; Dhaabbileen Ulaagaalee armaan gadii guuttan dorgomicha irratti hirmaachuu Ni dandeessu
1. Dhaabbileen/Kontiraakteroonni bittaa ljaarsaa gaafatameef, Heyyama Waraqaa Ragaa Gahuumsaa Ogummaa Rogummaa qabu Sadarkaa GC/BC.4 fi isaa ol qabanii fi dhiyeeffachuu Kan danda'an ta'uu qabu.
2. Dorgomtoonni Heyyama Daldalaa bara 2019 haaroomfame, Waraqaa Ragaa galmeeffama Taaksii debalata Qabeenyaa/Vat, Waraqaa Ragaa Kaffalaa Gibiraa/ Tin, Waraqaa Ragaa dhiyeessummaa bittaa "Supplier list Poortaala e-GP irratti galmaahee fi Ragaa Walitti bu'iinsa faaydaa hin malle dhiyeefachuu kan danda'an ta'a.
3. Dorgomtoonni; Waraqaa Ragaa (Xalayaa) qulqulina taaksii (gibira) Bara 2018 kaffalannii Xumuuruu isa Waajjira Galiiwwan Sadarkaan jiru (qaama gibira Sassaabu) irraa dhiyeeffachuu Kan danda'an ta'uu qabu.
4. Dorgomtoonni; Sanada Caalbaasiif qophaa'e; qarshii hin deebine Kuma Sadii (3000.00) Maqaa Waajjira Maallaqaa Aanaa Sirka tiin Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa Lakkfsa Herreegaa Baankii: 1000065220133 galii gochuun waajjira Galiiwwan Aanaa Sirkaatti Nagahee Galii (RV) itti kutuun Adeemsa Bittaa fi Bulchiinsaa Qabeenyaa kutaa (Lakk.7 )Sa'aa hojii Mootummaa bitachuu/argachuu ni danda'u.
5. Sanada Caalbaasiif qophaa'e gurguruun kan eegalamu; guyyaa Caalbaasiin kun qilleensa irra oole irra eegalee guyyoota hojii Mootummaa Walitti aanan diigdamaaf (20)'f kan gurguramu yoo ta'u, sanadni yaadad Caalbaasii (SYDC) hanga guyyaa 21ffaa hanga Sa'aatii 4:00 tti qofa Saanduqa Caalbaasiif qophaa'e keessatti galchuun guyyama kana sa'aa 4:30 dorgomtoonni ykn. Bakka bu❜oonni seeraa fi Miseensonni Koree Bittaa Ijaarsaa fi Tajaajila Gorsaa Aanaa Arsii bakka argamanitti Galma Walgahii Waajjira Maallaqaa Aanaa sirkaatti ni banama ta'us Dorgomtoonni argamuu dhabuun isaanii Sirna baniinsa Caalbaasii hin gufachiisu. Guyyaan 21ffaa Sanbataa fi Dilbata ykn Guyyaa Ayyaana Ummataa "Public Holiday" yoo ta'e Caalbaasiin Kan banamu guyyaa hojii itti aanu Iddoo fi Sa'aatii ibsametti ta'a.
6. Dorgomaan kamiiyyuu Wabummaa Kabachiisiisa Caalbaasii tiif Qr 500,000.00 (Kuma Dhibba Shan) baankii beekkamaa ta'erraa mirkanaa'ee "CPO" qofaan Maqaa Waajjira E/Fayyaa Aanaa Sirkaatiin qophaa'ee erga hapheeffameen booda, Maqaa Abbaa piroojeektii, Maqaa Piroojeektii, Lakkofsa Adda bittaa Sirrii ta'ee Mallattoo bakka bu'aa dhaabbattichaa, Maqaa dhaabbatichaa fi Teessoo dhaabbattichaa irratti barreesssuun Chaappaa dhaabbatichaa itti rukutuun Poostaa Teekinikaalaa haadhoo (Originaala) keessa galchuun hapheessuun dhiyeessuu danda'uu qaba.
7. Dorgomtoonni; Ragaa Teekinikaa Haadhoo (Orijinaala) Tokkoo fi Waraabbii (Kooppii) Lamaan qopheessuun Poostaan kophaa kophatti erga qophaa'een booda, Poostaa haadhoon bakka tokkotti Poostaa hunda irra Mallattoo bakka bu'aa dhaabbatichaa, Maqaa dhaabbatichaa, Teessoo dhaabbatichaa fi Chaappaa dhaabbatichaatiin rukutamee hapheeffamee bifa ifa ta'een HAADHOO (ORLIINAALA) irratti HAADHOO (ORIJINAALA) kan jedhuu fi WARAABBII irratti "WARABBII 1ffaa fi 2ffan kan jedhu kompitaraan (qalama gadi hin dhiisnee fi haqamua hin dandeenyeen) irratti barreesuun dhiyeeffachuu danda'uu qabun Akkasumaas, dorgomtoonni Maqaa Abbaa Piroojeektii, Teessoon Abbaa piroojeektii fi Maqaa sirrii Piroojeektii irratti dorgomuu Simaan barreessuu qahan.
8. Dorgomtoonni, Ragaa Faaynaanshaalaa Orjinaala tokkoo fi Kooppii Lamaan qopheessuun Poostaan kophaa kophatti erga qophaa'ee hapheeffameen booda, Poostaa haadhoon bakka tokkotti Poostaa hunda irratti Maqaa fi Mallattoo bakka bu'aa dhaabbattichaa, Maqaa dhaabbatichaa Teessoo dhaabbattichaa fi Chaappaa dhaabbatichaa tiin rukutamee hapheeffamee bifa ifa ta'een Orijinaala irratti Orijinaala" kan jedhuu fi Waraabbii irratti "Waraabbii 1ffaa fi 2 ffaa kan jedhu kompitaraan (qalama gadi hin dhiisnee fi haqamuu hin dandeenyeen) irratti barreeffamee dhiyaachuu qaba. Akkasumas dorgomtoonni Maqaa Abbaa Piroojeektii, Teessoon Abbaa piroojeektii Maqaa sirrii Piroojeektii irratti dorgomuu Sirnaan barreessuu qabu.
9. Dorgomtoonni,gamaaggama Madaallii Teekinikaa Waliigalaa qabxii dhibeentaa 100 keessaa dhibaantaa 70 fi isaa ol argatan gara gamaaggama dorgommii faaynaanshaalaaf gatiif kan darban ta'u.
10. Tokko tokkoo fuula Sanada yaada dorgommii Caalbaasii /SYDC/ irratti; Mallattoo bakka bu'aa dhaabbataa fi Chaappaa chaabbattichaa hin qabne fudhatama hin qabu.
11. Dorgomtoonni caalbaasichi erga banameen booda, yaada dorgommii dhiyeessan irratti fooyya'iinsa sanada caalbaasii dhiyeessuu fi caalbaasiin ala of gochuu hin qaban.
12. Dorgomtoonni Poostaawwan Sanada yaada dorgommii dhiyeessan kamiiyyuu irratti "Akeekkachiisa" barreessuu qaban.
13. Saanduqni Caalbaasii erga cufameen booda, Sanadni yaada dorgommii Caalbassii/ SYDC/dorgomtootaan dhihaatu /Late Bidders/ fudhatama hin qabaatu.
14. Waajjirichi karaa fooyya'aa yoo argate, Caalbaasicha gar-tokkeen ykn guutumaan guututti haquuf mirga guutuu gaba.
Odeeffannoo Dabalataaf Lakk. Bilbilaa:- 022 446 0462 / 0910 777 868
Gobeessaa, Kibba baha, Oromiyaa-Itoophiyaa
Godina Arsiitti Waajjira Maallaqaa Aanaa Sirkaa
Tender details
- Deadline: 2026-10-29
- Bid closing time: 10:00
- Bid closing (note): Caalbaasiin kun qilleensa irra oole irra eegalee guyyoota hojii walitti aanan diigdamaaf (20) erga turaa'ee booda, guyyaa 21ffaa irratti sa'aatii 4:00tti
- Bid opening: 2026-10-29 10:30
- Bid opening (note): Caalbaasiin kun qilleensa irra oole irra eegalee guyyoota hojii walitti aanan diigdamaaf (20) erga turaa'ee booda, guyyaa 21ffaa irratti sa'aatii 4:30tti
- Region: Oromia
- Publishing entity: Godina Arsiitti Waajjira Maallaqaa Aanaa Sirkaa
- Bid bond: Qarshii 500,000.00
- Bid document price: Qarshii 3,000.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 06, 2026)
- Posted at: 2026-10-06T10:26:54.000Z
- Source: Qelal Tenders