Building Construction
Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaatii Godina Bahaa Oromiyaa Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee hara bajataa 2019 keessatti bajaats Idileetiin ijaarsa Gamoo G+5 ijaarsisuu barbaada.
Description
BEEKSISA CAALBAASII IFAA
Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaatii Godina Bahaa Oromiyaa Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee hara bajataa 2019 keessatti bajaats Idileetiin ijaarsa Gamoo G+5 ijaarsisuu barbaada. Haaluma kanaan, dorgomtoota sadarkaa GC/BC Grade 3 fi isaa ol ta'aniif beeksisa caalbaasii ifaa [NCB] kanaan dorgomsiisee hojichiisuu barbaada.
1. Ulaagaalee Dorgomtootaa fi Sanadoota Dhihaachuu Qaban
- Dorgomtoonni caalbaasii kana irratti hirmaachuu barbaadan ulaagaalee fi sanadoota armaan gadii dhiheessuuf dirqama qabu:
- Hayyama daldalaa ijaarsaa (Business License) kan bara bajata 2019 itti haaromfame. dhiheefachuu qaba.
- Hayyama daldalaa seera qabeessa ta'e gosa daldalaa inni irratti bobba'e kan agarsiisu dhiheefachuu qaba.
- Heeyyama hojii Koontraaktaraa GC Sadarkaa 3 fi Isaa ol kan gabu.
- Waraqaa ragaa kaffalaa gibiraa (TIN Certificate).
- Waraqaa ragaa galmee kaffaltii dabalata qabeenyaa (VAT Registration Certificate) dhiheefachuu qaba.
- Xalayaa qulqullina gibiraa (Tax Clearance Certificate) yeroon isaa hin dabarce dhiheefachuu qaba.
- Waraqas Ragaa Galmee Dhiheessumma (Suppliers' List Registration Certificate) Biiroo Maallaqaa ykn Ministeera Maallaqaa irraa kan kenname dhiheefachuu qaba
- Waraqaa Ragaa Galmee Sadarkaa Ijaarsaa (Contractor Registration Certificate) Ministeera Ijaarsaa ykn Biiroo Ijaarsaa Oromiyaa irraa kan haaromfame dhiheefachuu qaba
- Addabii bita motummaa irraa dhorkamee bilisaa ta'ee fi galmee tarree dhiyyeessumma kan qabu. EGP Suplier list
2. Bitannaa Sanada Caalbaasii
- Dorgomtoonni ulaagaa olitti caqasame guuttan sanada caalbaasii guutuu Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee Kutaa Adeemsa Hojii Bittaa fi Qabeenyaa irraa guyyaa beeksisni kun qilleensa irra oolee eegalee hanga guyyaa hojii 15 keessatti maallaqa hin deebine Qarshii 10,000(kumaa kudhan qofa) kaffaluudhaan bitachuu ni dandeessu.
3. Kabachiisa Caalbaasii (Bid Bond)
- Dorgomtoonni kabachiisa caalbaasii Qarshii 500,000 (Kuma dhibba shan qofa) bifa CPO ykn Wabii Baankii (Unconditional Bank Guarantee) maqaa Waajjira Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee tiin qophaa'ee poostaa samsamee fi dhihaatu keessa kaa'amuu qaba. (Wabii inshuraansii ykn kaffaltii maallaqa callaatiin qabsiisuun hin danda'amu).
4. Hubachiisa:-
- Waajjirichi foya'iinsa ykn filannoo fooyya'aa kan biraa yoo argate, caalbaasicha guutumaan guutuutti ykn gartokeedhaan haquuf mirga isaa kan eegameedha.
Odeeffannoo Dabalataatiif
- Lakk. Bilbilaa: +251-92 184 5053
- Lakk. Bilbilaa: +251-91 494 7011
Baha Oromiyaatti Waajjiraa Maallaqaa
Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee
Tender details
- Deadline: 2026-10-23
- Bid closing time: 17:00
- Bid closing (note): guyyaa hojii 15 keessatti
- Bid opening: 2026-10-23 17:00
- Bid opening (note): Guyyaa fi sa'aatiin caalbaasichi itti banamu hanga ammaatti hin ibsamne.
- Region: Oromia
- Publishing entity: Baha Oromiyaatti Waajjiraa Maallaqaa Bulchiinsa Magaalaa Baabbilee
- Bid bond: Qarshii 500,000.00
- Bid document price: Qarshii 10,000.00
- Published on: Addis Zemen (Oct 07, 2026)
- Posted at: 2026-10-08T09:27:13.000Z
- Source: Qelal Tenders