Construction Machinery and Equipment

Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti, Godina Shawaa Kibba Lixaa, Waajjirri Maallaqaa Aanaa Qarsaa bara bajataa 2019 tti hojii suphaa daandii sarara lamaa (2) hojjechiisuuf, kiraa maashiniwwan hojii kanaaf barbaachisan haala kanaan wal-dorgomsiisee hoj

Description

Beeksisa Caalbaasi ifaa

Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa, Godinaa Kibba Lixxa oromiyyaa tti Waajjirrii maallaqaa Aanaa Qarsaa Hojii Suphaa Daandi Sarara lama (2) isaanis

1. Xuuqur Baltoo --Kusavve Beerru

1. Tolii garsuu-Qarsaa Suumee

Bara Bajata 2019 Kanatti Hojjechiisuuf Kiraa Maashiniiwwan hojii kanaaf barbaachiisan haala armaan Gadiitiin waldorgomsiisee Hojjechiisuu Barbaada

Bu'urumaa Kanan:- Dorgoomtootni ulaagaa armaan gadii guttachuu dandeesan hirmaachua ni dandeessu

1. Gibiraa bara 2018 kan Kaffale

2. Hayyema kireessa maashinaa ykn heeyama dhiheessaa Maashinii kan qabuu fi bara 2019 Haaromse.

3. Galma'aa VAT fi Lakk. TIN kan Qabu.

4. TOT (3%) Kaffaluuf fedhii kan qabu.

5. Dorgoomtinnii maqaa maashinichaa, moodela maashinichaa, bara maashinichi itti oommishame, Humna Maashinichaa, fi baay'ina maashinichaatiif, kan dhuunfaa yookiin kiraa ta'uu isaa raga barbaachisu dhiyeessuu kan danda'u.

6. Dorgoomtoonni Kabachisa caalbaasii gaatii hundaa Boba'aa waliinii irra %2 CPO ykn check baankiidhaan mirkana'ee sanada Teeknikaalaa Orijiinaalaa waliin Poosataa Tokko Keessatti Samsuudhaan Dhiyeeffachuu Qabu.

7. Dorgoomtooni ragaa isaanii sanada teeknikaalaa fi faayinaashaalaa Originaala tokko fi Cooppii lama poostaa addaa addaattiin asmsuudhaan "Teeknikaala orijiinaala", "Faayinaashaalaa orijiinaala", "Teeknikaalaa koopi 1", "Teeknikaalaa koopi 2", "Faayinaashaalaakopii 1", "Faayinaashaalaakopii 2" jechuun irratti barreessuudhaan poostaa hundarratti maqaa, teessoo fi lakkoofsa bilbilaa dhaabbatichaa, akkasumas, sarara daandii

"lakkofsa caalbaasii 28/01/2019 "irratti barreeffamuudhaan chaappan dhaabbatichaa irrati rukutamee poostaa haadhoo tokko kessa ka'amee samsamee dhiyaachuu qaba.

8. Haala qabatamaa hojii irratti hundaa'uudhaan yeroon/hangi maashinaaf kenname 20% dabaluu fi hir'achuu danda'a.

9. Gatiin feesisa (lowbeedii) Boba'aa fi sarviisiin oppireetarootaa mo'ataadhaan kan haguugamuu ta'a

10. Dorgoomtonni caal-basicha kana nguutummaan guutuutti qofa kan dorgoomaan yoo ta'u, Gatii walii galaa boba'aa fi vaatii waliiniin kan wal dorgoman ta'a.

11. Mo'ataan dorgoomaa ulaagaa barbaachisu guutee fi gatii xiqqa ida'ama waliigalaa galche irraa ta'a.

12. Dorgoomtonni sanada caalbaasii qarshii hin deebinee 500 (Dhibbaa Shan) W/ra Galii Aanaa Qarsaati galii gochuun nagahee galii ittiin godhe qabachuuna sanada W/ra maallaqaa Aanaa Qarsaa irraa bitachuu danda'u.

13. Waajjirichi carra biraa yoo argate, caalbaasichaa guutummaadhaan ykn walakkaadhaan haquuf mirga guutuu qaba.

  • Odeeffanno dabalataaf:- lakkbilbilaa 047 113 0011 bilbiluun ni danda'ama.
  • Hubaachisa:-Dorgomaan Tokko Suphaa Daandii Sarara Tokko Qofa Irrati Dorgomuu Danda'a.

Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa, Godinaa Kibba Lixxa oromiyyaatti Waajjirrii maallaqaa Aanaa Qarsa


Tender details

  • Deadline: 2026-10-23
  • Bid closing time: 12:00
  • Bid closing (note): Guyyaan fi sa'atiin saamsama caalbaasichaa hin ibsamne
  • Bid opening: 2026-10-23 12:00
  • Bid opening (note): Guyyaan fi sa'atiin baniinsa caalbaasichaa hin ibsamne
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Bulchiinsa mootummaa naannoo oromiyaa, Godinaa Kibba Lixxa oromiyyaatti Waajjirrii maallaqaa Aanaa Qarsa
  • Bid bond: 2%
  • Bid document price: Qarshii 500.00
  • Published on: Addis Zemen (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-08T09:40:37.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders