Shoes and Other Leather Products

Godina Wallagga Bahaattii Waajjra Maallaqaa A/Limmuu Seekteroota isa jala jiraniif Meeshaalee adda addaa daldaltoota eeyyama seera qabessaa qaban wal–dorgomsisee bitu barbada Uffata seeraa hojjettoota deggersaa Isteeshinerii /Meeshaalee Dhumataa/ Meeshaal

Description

Beeksisaa Caalbasii

Godina Wallagga Bahaattii Waajjra Maallaqaa A/Limmuu Seekteroota isa jala jiraniif Meeshaalee adda addaa daldaltoota eeyyama seera qabessaa qaban wal –dorgomsisee bitu barbada Uffata seeraa hojjettoota deggersaa Isteeshinerii /Meeshaalee Dhumataa/ Meeshaalee Dhabbii, Elektirooniksii, Farniicherii, Motor Sayikilii ykn Doqdoqqee ,Meeshaalee Ijaarsaa, Meeshaalee Leenjii KBLTO fi Gommaa Konkoolataa Daldaltoota uulaaga arman gadii guutan wal dorgomsiisee bara baajetaa 2019 tiin bituu barbada.

Haaluma kanaan daldaltoonnii uulaagaa armaan gadii guutaan:-

1.meeshaalee gaafatamettii eeyyama seeraa qabeessa kan qabu

2. Eeyyama hojii daldalaa bara 2019 kan haaromse

3. Gibira bara 2018 kaffalee kan xumuree fi waraqaa qulqullinaa kan dhiyfatu

4. Galma'aa VAT /TIN/kan ta'e

5. meeshalee gurguratettii /withholding (3%) fi / VAT (7.5%) kan kaffalu

6. Dorgomaan kamiyyuu galme dhiyesitoota keessattii galma'u isa raga kan dhiyeffatu

7. Dorgomaan kamiyyuu sanadaa caal basii kana bituuf,Galchuuf waraqaa bakka bu'uumma seera qabessaa ta'e dhiyeffachu qaba

8. Meeshaalee gaafataman qulqulinaan akkata gaafatameen dhiyessu kan danda'u

9. Meeshalee gafatamee hanga W/Mallaaqaa Aanaa Limmuuttii dhiyessuu kan danda'u

10. Dorgomaan gatii kabachisaa caal basii %1 CPO Bankiin mirkana'ee dhiyessuu kan danda'u

11. Bakkii sanadiin caalbasii itti gurguramuu W/Galii Aanaa limmuutti naga'ee bittaa caalbasii dhiyeffatee w/maallaqaa A/Limmuu irra sanada Caalbaasii fudhata

12. Gatii sanadaa caalbaasii itti gurguramuu qarshii 1000.00(Kuma tokko) kan hin debine

13. Bakkii sanadii dorgomii itti dhiyatuu w/mallaaqaa A/Limmuu kutaa A/A/Bittaa fi B/Bulchiinsaa qabeenyaa block 1 lakkoofsa 21

14. Dorgomaan sanada caal basichaa kopii tekinikaa fi faayinansii isa poostaa adda addaa keessattii cuqqaluun lamaan isa poosta guddaa tokko keessattii cuqalamee gagaan samsamamee sanadicha irratti chaapaa fi mallattoo waldichaa kan qabuu fi maqaa waldaa,tessoo fi ragalee gafatamaan hunda koppii isa cuqalee poostaan kan dhiyeffatu ta'u qaba

15. Dorgomaan dokimeentii bitatee orijinalaa isa irrattii gatii guutee dhiyessuu qaba

16. Waraqaa ragaa qaama seerummaa qaama isa ijaarera irra kan dhiyessu

17. Waldaa IMX Kan ta'e qaama ijaare irra xalayaa deggersaa kabachiisa caal basii kan dhiyefatu

18. Dorgomaan nagahee dokimentii itti bitatee koppii isaa fi kabachisaa caal baasii CPO Bankiin mirkana'ee poostaa keessattii dokimentii dorgomu wajjin cuqqalee dhiyessu qaba

19. Dorgomaan guyyaa beeksifnii kun ba'ee eegalee guyyaa galmee 28/01/2019 hanga 14/02/2019 tti sanada bitachuun gatii dhiyessu poostaan samsamee kan dhiyessu ta'a

20. Guyyaa sanduqnii caal basii samsamamuu 18/02/2019 sa'aatii 11:30 tti ta'a

21. Guyyaa caal basii banamuu 19/02/2019 sa'aatii 3:00 ttii bakka dorgomaan ykn bakka bu'aan seera qabeessa argametti banama

22. Mo'ataan kabachisa walii galtee qarshii 10,000 ykn CPO Bankii kan mirkana'ee qabsisuu fi erga meeshalee dhiyesse booda kan fudhatuu ta'a

Kanaaf dorgomtoonnii uulaagalee kana guuttan dorgomuu kan dandessan ta'u isa isin beeksisaa waajjirichii haala foyyaa'aa yo argate caal basicha gutummaa guututtii ykn gar tokkeen caal basicha haquuf mirga qaba Odeeffannoo Dabalataaf Lakk.Bilbilaa 09 79 56 76 35

Waajjira Maallaqaa A/Limmuu


Tender details

  • Deadline: 2026-10-28
  • Bid closing time: 17:30
  • Bid opening: 2026-10-29 09:00
  • Region: Oromia
  • Publishing entity: Waajjira Maallaqaa A/Limmuu
  • Bid bond: 1%
  • Bid document price: Qarshii 1000.00
  • Published on: Kallacha Oromiyaa (Oct 08, 2026)
  • Posted at: 2026-10-09T10:37:22.000Z
  • Source: Qelal Tenders
← Back to all tenders